Quantcast
Channel: Horn of Africa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 2469

Akkeeka Waloo Qabachu qabna, diini keenya bayee dha, qoofa qoofati nu qoode tokko tokko nu nyachuf deema, yeerroo hunda mo’amu hin qabnu

$
0
0

By Getachew Jigi Demekssa, PhD

Qeerroon kana booda harka mata irra kawwachu hin qabu.

Akkeeki mariif qoopha’ee kun Wara Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaaf falmatanfi malee Mediaf miti. Yaada Dhunfa koo ta’uu beeka.

getachew_jigYaadi kun kan hara egalame utuu hin tane bara 2012 kasee  dargagoota kan marisisa turedha. Bayeen isaa yaadi kun kitaaba koo “Bu’aa Ba’ii qabsoo Uummata Oromoo Garbumaa irra gara Bilisummaati “ jeedhu irra balinan jira. Ammas yaada Gababduu kana gadii akkan dhiyeesu kan na goodhe ji’aa 9 gutuu uummanii Oromoo TPLF waliin wal lola erga ba’ee booda ji’aa 10ffaa keessa deebifne Harka mata irra kawwadha hirira ba’aa dhaga fi ulee harkati hin batiina qabeenya diina hin xuuqina erga jeedhu fi ajjajaa ittigaafatamumma hin qabne media irratti darbe ergan arge boodan dargagoota biyya jiranf dhamsa kana dabarsuuf dirqame. Dubsati irratti mari’adha. Kara nagaa TPLF busuu hin yaadina, Seyee Abraha waliin tokko ta’an  Melese Zenawi kufisuuf hariro ijjarachuun of gowomsu dha. Seyee fi Melese keessa enyutu hameenya cimma akka qabu dura adda basani beeku dhabuun walaaluma dha. Dr. Birhanu Nega Oromoo caalaa nati anuu hin danda’uu utuuma bor Oromoo bilisummaa basa ta’ee iyuu, Birhanu Nega na wayya jeechun kun hojii Abba Mela Habte Gorgis Dinagde hojjeete hojjeechu dha, inni Qeesoota Habasha fi H/Silaasee gurmeese Liji Iyasuu dhabamsise of ilee dhabame. Dogogori keenya yoomi dhabata? Moo ituma fufne saba keenya garbomsina akka OPDO?, OPDOn hara ilee damaqani uummata bira goruu dadhaban. Diina fi fira utuu addan hin bafatiin qabsooti seenun dogogra gudadha. Dhadannoon keenya ifa ta’uu qaba innis kan rakko Oromoo siiritti ibsuu, kan badii dalagama jiru mormu, kan feedhi fi galma qabsoo keenya akeeku ta’uu qaba, kana dura wa’ee Dhadannoo qabxi 10 qabu email isiinf ergen ture.

Qeerroon Harka mata irra kaawwatee hirira ba’uu hin qabu kun cubudha.

TPLF Mootummaa akka Sweden, Norway  ykn Belgium miti Hirira kara  Nagaa harka mata irra kawwadha adeema kan jeedhu hanqina hubannoo dhabuti, Adunyan akka nuu beekuuf wari jeedhan sobdu dha, Adunyaa irra dhugan hin jiru, Adunyan dhuga Oromoo wagga 150 baruu hin dandeenye hara akkan dhuga keenya baruuf jeedhamee qeerroon Oromoo dhumuu hin qabdu. Qeerroon Oromoo dura dursoo Hidhatoota Oromoo fi Kabinoota Oromoo akka isaan bira dhabatan kara jarsoli barsisu qabu. isaa dide immoo hikachisuu dhan  TPLF ittin of irra dhorku dha. Kabinoota fi TPLF wara Oromoo ajeesuu dura qabeenya isaani kara danda’amen barbadeesuu dha. Diina qabenya isaa barbadeesuudhan abdi kutachisuu dha. Kun ammoo murannoo barbaachisa malee mallaaqa ykn rasaasaa fi meesha nama hin barbaachisuu. Gamoon diina hundi gubate garaa Oromoo qabaneesuu qaba. Kana booda qeerroon harka mataa irra kewwate hirrira ba’u utuu hin ta’iin waan harka qabuun akka isaa mijateetti bakka isaa mijateetti diina irratti finciilee ykn itti dullee diina hikachiisee ofi hidhachiisu qaba.

Qeerron mal goochu qaba?

Qeeroon Saba gurmeesuu, ijjaruu, barsisuu, hidhachisuu sochii diina qoorachuu fi bobasuu qaba.

Atamiin akka gurmeesu, ijjaruu fi barsisuu bara 2012 – 2013 kaafne barsisa ture, Kitaabi kanaaf  qoopha’ee ilee Oromiyaa keessa jira. Hojiin gurmeesuu, ijaruu, hidhachisuu fi bobasuu akka nannoo isaatti fi akkata hordofiin diina cimee irrati hunda’ee akka nannoo isaatti qooratame hojii irra ola, haalaa amma yeroo namni wal sodatuu keessati nama 5,5nin nama gurmeesun bala qaba, tokko fi tokkon gurmeesun of egannoof garii dha garuu yeroo fudhata. Biyya ala ta’aan nama hin beekne walitti gurmeesun warreegama gudaa fida kanaafuu waruma biyya keessa jirutuu wal gurmeesuu qaba, kana media heeddutti bane dubacha fi barsisa waan turef irra deebi’uu hin barbadu. Nama gurma’ee, hubannoo siyaasaa cimma argatee, siiriti ijjarame diina isaa hubate fi meesha harka qabuu hidhatetu diina isaa injjifata. Hidhannoo siyaasaa qabachuun hidhannoo meesha caalaa onnee fi murannoo nama keena, beela fi dheebuu akka atti dandeesuu sii goodha.

Qeeroon biyyaa keessa hanga Oromoon abba biyyaa ta’uuti qabsoo itti fufuu qaba, jeequmsi ykn mormiin kamiyuu Oromoo irra Tigire midha, Oromoon waan qabus hin jiru, waan dhabuu ilee hin qabu, kanaafuu sababa qabsoo irra dhabanuuf hin jiru, Oromoon barumsaf jeedhe qabsooo irra dhabachuu hin qabu baratees dhaga bachuun ala caaraa hin qabu. Caaraa inni gudan TPLF buqiise garbumaa waggaa 150 of irra kassee lafa Oromiyaa dhunfachu qoofa.

Qeerroon dursee mal qoorchuu qaba?

Diini keenya enyuu? Essa jiru? Tarkanfi atamituu irratti fudhatamuu qaba? Qabeenyi diina essa jira?  Meeshan diina esaa jira? Atamitiin qabeenya fi meesha dhunfana?

Dura diina keenya Ganda hunda jiru beekuu qabna, isaa Oromoo ajjeesu, daraaru, basaasu, fi hidhu, diina fi ergamtu diina beeku qabna. Diina beeknan, bakka inni jiratu beeknan, qabeenyan isaa essa akkan jiruu beeknan tarkanfi fudhachuuf salpha ta’a, warreegama nuu kafaluus ni xiiqata.  Meesha fi qabeenyi qabsoo keenyaf ta’uu malu kan saba keenya irra diini samee tulate fi ergamtoon fi Tigiren nannoo keenya keessa jirtuu seeran ala wagga murasa keessati Ango TPLF da’oo goodhatan saman hundi fudhame qabsoof oluu qaba. Meesha Kabinnoon, Polisi , Garee fi Goxiin bakka hundati hidhatan jiran qooratamee beekamuu qaba, uumman tokkuuman ka’ee ykn ganda ganda isaati wal gurmeese meesha isaa ajjeesuuf qoopha’ee ta’uu kana fudhatee dhunfachuu qaba. Kana qeerootuu qindeesuu qaba.

Dargagoon mal goochu qaba?,

Dargagoon Oromoo Tigiren utuu quufte albatuu Qeeroo fi Dargagoon keenya Beela’uu hin qabu,  mallaaqaa fi meesha ala egachuu hin qabu, achuma wal gurmeesse Tigire gara gutate warqee morma fi gurati gutate deemtu utuu hin hafiin irra fudhachu qaba. Oromoon kana booda wardiyaa TPLF ta’ee mana Tigire eguu hin qabu, Magaalaa keessa Dhaga bachuu hin qabu, biyyaa baqatee Galana Mederitreaniya fi India Ocean keessatti du’uu hin qabu, Ongee Sudan, Egypt fi Libya keessatti dhumuu hin qabu, biyyaa Yemen fi Araba deemee Arabi tortortun itti xabachuu hin qabdu, Qabeenya Oromoo Tigiren samtee deebisee fudhachu qaba.

Daldalan  fi abban qabeenya mal goochu qabu,?

Diina irra bituu fi itti gurguru dhisu qabu. Diina waliin hidhata daldala qabu dhabuu qaba, qeeeroo baratoota Oromo sochii isaan goodhan harka lafa jalan gargaru qaba, qabsa’oota Oromoo dheebuu fi beela basuu qaba, daldaltoon diina kisara keessa akka galan waan danda’ee hunda sabotage hojeechuu qabu. Abootiin qabeenya waan isaanf danda’ame, mallaaqaan, yaadan, goolga ykn gadiissaa ta’uun, hojii keenuufin ykn qacaruun, odeefannoo keenuufin, qabsoo Oromoo tumsuu qabu, Daldaltoota lammii horma ta’aan Oromiyaa keessati dalagaachaa TPLF mallaaqaa fi basaasa ta’uufin gargarani qeerrooti saxiluu qabu.

Abbootiin amanta mal goochu qaba?

Abbootin Amanta Qeesoon(Luba) fi sheekoon yeroo amma TPLF jala butani ergamtuu tatan Oromoo irratti murtee du’aa murtesa jirtan, lafeen Lubu Gudina Tumsa isiin warraanaa, goocha yakkaa raawwacha jirtan kana irra atataman dhabadha. Waldan Amanta Oromiyaa keessa jiru, Church fi Mazjidi hundi kan uummata Oromooti malee kan keessan miti, Ijoole Oromoo ajjeesisa Amanta lalabuu hin dandeesan dhabadha, dhiigii Oromoo dhangala’aa kan jiru Oromoo waan ta’eef qoofa kana beeka, isiin Ogannota Amantati jeene yeroo isiin TPLF waliin dhigga Oromoo irratti dhichiftan caalisuu hin dandeenyu waaqayyoo nuuf hin hayamuu. Dafa ofi siiresa yeroon dhuma jirti, TPLF kufee jira, nama awwaluu dhabe malee nu gargara awwalaa, kana booda TPLF fayyisuu hin dandessani, Abbootin amanta hundi tajjajiltoota saba Oromoo ta’uu keessan beekuu qabdu, Waldaan Amanta hundi Church fi Mazjidi Qabsoo Oromoof golga fi gadiisaa  ta’uu qaba male bakka dabbaleen TPLF itti dhadatuu ta’uu hin qabu, Qeerroo fi haawwasi Oromoo Abbooti Amanta TPLF jala adeeman harka qabu ykn lalaba isaan dhageefachuu hin qabdan, lalaba sheeki ykn Lubii wayyane (TPLF) tumsuu Oromoon dhageefachuu hin qabuu dhiftan ba’uu qabdu. Sheekin ykn Lubii TPLF birra olee Oromoof waaqaa kadhachu hin danda’uu.

Qoote bulan mal goochu qaba?

Qoote bulan Homishaa isaa Oromoo qoofati gurgurachuu qaba, waan isaa barbaachisuu ammoo Oromoo irra bitachuu qaba. Ijoolle baratoota ammoo qoote bula aboota isaan barsisuu qabu, Qoote Bulan Garee fi Gooxii isaa keessa jirtu akka isheen qabsoo Oromoo deggertuu barsisuu qaba. Qoote bulan abba qabsoo kana isaa guda fi humna guda ta’uu hundi keenya beeku qabna. Qabsoon Bilisummaa Oromoo kan bate jiru Qoote Bula Oromoo ta’uu isaa Jaal Dauwd Ibsa naaf ibsee ture,  Oromoon erga  harka 85 qoote bula ta’uu bare human gudaa kana irratti  seeran hojeene itti fayadamuu qabna, kan du’aa jiru ilee qoote bula sana Hararge irra jarsi Hagayya 6 warreegame laga meeqa ce’ee dhufee hirira Magaalaa dura bu’ee utuu adeemu ajjeefame. Jaldu, Ginci, Guliso, Gadabasasa, Masala  fi Mandi  keessati kan hirira dura bu’aa jiran qoote buladha. Baratoon fi Dargagoon Qoote bula waan hunda hubachisuu qabduu, yoo rakkane ilee Qoote bulatti baqana, kan beela nu basuu ilee isaa network Qoote bula waliin qabnu siibla irra cimma ta’uu qaba.

Baratooni mal goochu qabuu?

Baratoon qabsoo wal barsisa, Maati keessan barsisa, wa’ee dhiiga ijoole, jarsa fi jarti dhangala’aa jiru walitti dhamadha, Dadoo, daboo ijjaradha, waliin qayabachuuf gurmuu ijaradha, wal ijaruun gurma’uun siyaasaa qoofa miti, lubu of bafachuuf, beela fi dheebu of basuuf, diina jala ba’uuf isiin gargara. Baratoon Sadarka hunda jirtuu akka wal beektuun waltii dhiyyatun wal gurmeesi, du’aa wal olchii, Media hunda hordofi , waan baratee wal barsisii, keesumati diina fi fira kee bari, Afaan Oromoon baratee hojii biyyoleesa Afaan amhara ta’ee jeechuun Oromoo lammii lamffaa ta’ee jeechuu dha yoomi ilee Federala keessa hojeechuu akka atii hin dandenye sii goodhan jiru, Tigiren Afaan Amhara beeka Saba fi Sablamiin Kibba Afaan Amhara beeku, Beneshanguli fi Gambelan Afaan Amhara dubatuu Oromoo qoofatu akka Masara biyyolessa hin seeneti Afaan Oromoo qoofa baratee “Kobel Stone” Dhagga bachuuf Kadhimamtee jirta. Akkasi biyya kee irrati lammi lamaffaa tatee jirachuu irra dute TPLF buqisuun ala caaraan bira hin jiru.

Hojeetan mootumma mal goochu qabuu?

Hojeetan Mootumma Qabsoo saba deggeri, Sabotage hojjeechun, Icciti Qabsa’ootaf dabarsuu, Icciti medialee Oromoof dabarsuun, Qabeenyi wajjiralee (Mallaaqaa ykn Meeshan) bakka jiru Qeerroti saxiluudhan akka samamuu goochun qabsoo gumachuu qabdu. Qabsoo deggertes dhiftees Oromummaa keeti yakkamuun kee erga hin olee siiriti dhoksan qabsoo deggeri. Waan dandeesun utuu of hin saxiliin qooda kee gumachii, qabsoo waan ittin deggertuu qabda, Namni Finfinne keessa taksi ofuu tokko ilee qabsoo fi qabsa’aa lubuu hambsuuf waan inni hojjeechu danda’uutu jira, nama tufachuu hin qabnu, namni dhalootuman dandeeti tokko qaba akkuma dadhabina tokko qabu.

Qabsoo kana enyuu Ogannu qaba biyyaa keessa? Oganni mal goochu qaba?

Oganni Qabsoo bakka qabsa’oon Oromoo jiran Ganda fi Aanaa hunda keessa jirachuu qaba. Namoon Kalatiin Oganna barbana jeetan na gaafateef deebin koo Oganna qabsoo anna isaa Europa jiru miti, sii isaa diiree qabsoo jirudha. Seerna Gadati deebi’uu qabna, siirni gadaa nannoo hundati Oganna mata isaa qaba Oganna waloo ammoo qaba, Ganda fi Aanaa  hunda keessati Oganna keessan ijaradha. Dhaabilee ykn Actvistoon biyyaa ala jiru kan isiin gargaruu gorsa fi hamile yoo dandenye ammoo mallaaqaa ykn meesha dha. Ganda, Aanaa fi Zoni hunda keessatti qeeroon qabsoo geggesuu danda’an caasaan ijjaraman akka dandeeti fi beekumsa isaanin hojii waliif qoodani caasaa dirirfachuu qabu. Kun hin jiru jeechu koo miti inni jiru cimuu qaba, bakka hin ijjaraminiti ammoo ijjaramuu qaba dha. Caasaa Adda addaa kana dura ture heeddutuu jira, kun hundi deebi’ee lubuu goodhachuu qaba, fakeenyaf bara 2005 yeroo filannoo geggesiinu Ganda hunda keessa Caasaa ciima qabna ture, Caasaa dargaggoota,  Dubartoota, Jarsooli fi Abbooti Amanta wara qabsoo deggeran amalee  ni jiru kun hundi socho’uu qaba.

Diasporan mal goochu qaba?

Diasporan Oromoo QBO gargaaruuf caaraa heedduu qaba ture caaraa media amayya fi media haawwasuma fayadamee saba Oromoo gargaaruu ni danda’a ture. Garuu Diasporan Oromoo harkii caaluu media Haawwasumma fayadame Haawwasaa fi caasaa Oromoo hunda digee. Ganda fi amantan walgurmesan qabsoof qabsa’oota irratti boba’an booda ammoo Embassy TPLF galani dhichisu egalan, kun fara qabsooti, kana dhisan lammi isaan biyyaa keessa hidhachisu qabu, Oromoo sagalen isaa dhokateef sagalee ta’uu qabu, qabeenyan qeerro Oromoo gargaaruu qabu. Diasporan Oromoo TPLF irra lafa ykn Konduminyem 40X60f jeete TPLF jala hin hiririn Oromiyaan yoo Bilisommte hundi kan keeti. Diasporan dhabbilee Oromoo bilisummaa Oromoof qabsa’aniif deggersa goochuu qaba male habashaa jala hiriiruu hin qabu.

Actvistoota Oromoo biyya ala jiranfi

Actvistoon ykn Xiinxaltoon siyaasaa jeechun wara seena fi gaafi uummata isaan irratti hunda’aan Ogantoon siiyaasaa, Dhaabbileen siyaasaa ykn Oganni biyyaa isaa akka isaan hin dogogoreefi siiresan, qoorannoo adda adda goochun akeeka tokko tokko kan gumachan ta’uu qaba. Keenya garuu ofi ilee dogogorani Ogannota siyaasaa, dhabbilee siyaasaa fi media Oromoo utuu dogogorsan argina mal argitee yoo jeetan waan bayee dha mee murasan isiinf ibsa:-

  1. Gaafa seena Dr. Haile Fida ( MESION) dubatamuu egaluu qabsoo uummata Oromoo MESION walti hidhuu barbaaduu xifuma iyuu Nafxanyoota fara Oromo EPRP akka deggertoota qabsoo Oromooti mediati dhadesun qabsoo Oromoo Habashati hidhuu yaaluu kana hundumti keessan dhiyenyuma kana argitan jirtu. Ragga yoo barbaadan heeddu dhiyeesuu ni danda’ama.
  2. Gaafa dhaabbi jijjirama Keeyata 39 fara Ethiopiati Kayyoon ABO dulomeera jeedhan Minsootati Oromoo Gurageesu yaalan Actvistoon (Xinxaltoon) media hunda dhunfatan Ethiopia farsuu egalan, Paltakin hundi Afaan Amaharnya dubatee Oromoon afaan Amaharifa baraachuu egale.
  3. Dhengaduma ilee Amahari Gondori hirira guyya tokko banan media hunda irratti dhadannoo fi ibsi ba’uu Oromoon Afaan Amahran bareese maxansuu egalee, Qabsoo qeerroon Oromoo ji’a 9 qoofa itti du’aa ba’ee, Protesti sabi Ethiopia ji’a 9 geggesa ture keessatu sabi Amaharaf Oromoo geggesa turan jeedhamu egalee, Mana Paltaki Oromoo cuufan ganda Habashati galan kun salphina. Gaafa ODF AG7 waliin waligalte mallateesu ammoo Oromoon Alabaa Habasha batee egaluuf wa’ee Ethiopiuma farsee bareesuu egale, Paltakiti ba’ee Dhiphuman essanu nu hin ga’uu anna akka Gondere fi Goojame na goodha jeedhe dr. Oromoo Actvisti ofin jeedhu dubacha ture. Actvistoon gaafa isaanti tole Qabsoo Oromoo Amanta jala hirirsan “Dimitsachin yisama “ gaafi ammoo “qabsoo Oromoo qabsoo saba Ethiopia” gaafi ammoo Neo Minilikan Nafxanyoota EPRP waliin dhichisun Oromummaa fi saboonumma isaani madalii isaa gadi busa. Qabsoon Bilisummaa Oromoo waggaa 40 ol geggefama jiru abba qaba, gootota heeddutu itti warreegame mana meeqatuu iti diigamee, goota meeqatuu ilmoo male jiracha jira, ilmi koo Walabumma Oromiyaati jeedhe, Ilmi sun dhalachuu qaba jeedhe diiree irra kan beela’a jirutu jira. Median Jall Dhugasa Bakakko hin beekne EPRP saba Oromoo fi qaroo Oromoo fixee warii dhadesan Oromummati deebi’uu qabu. Actvistiin saba dhabateefi falmata malee waan sabi itti dhuma jiru hormaf hin keenu. Kanaafuu activistoon Oromoo qabsoo Bilisummaa fi wallabummaa Oromiyaa mirkanesuuf irratti xiiyeefachuu qabu.

Hayuuleen mal goochu qabu?,

Hayuulee Oromoo wagaatti Article tokko bareesan OSA irratti dhiyeesun yeroo hafee hunda of dagatan jiruuf jireenya isaan jirachuu qoofa utuu hin tanee samuu isaan cuunfani rakko uummata isaan mudatee kanaaf fala barbaaduu qabu, Hayuulee Oromoo gosa ogumma isaanin OSA jalati ijaraman beekumsa isaani Oromoof waan goochuu malan itti yaaduu qabu jeedhe bareefama koo bara 2009 OSA irratti dhiyeesen ture bara 2014 ammoo Kitaaba irratti balinan bareesen ture. Fakeenya hayuuleen seena  Oromoo garmalee miciramee bareefame siiresan bareesuu irratti wal ta’aan hojjeechu qabu, Hayuuleen Seera ammoo yakka duguga sanyii baleesuu  TPLF Oromoo irratti geggesa jiru kana amumma qooratani ICCti dhiyeesun TPLF mana murti Adunya dhabuu qabu jeedhen ture bara 2009 OSA Atlanta irratti. Kana akka fakeenyatin kasse malee hayuuleen Oromoo hundi ga’ee isaan ba’uu qabu jeechu kooti Hayuuleen Seena, Adda fi Afaan, Hayuulee Barumsa, Fayyaa, Qoonnaa, Seera, Siyaasaa, ICT, Qunamti fi Media, Kununsa Nannoo, kkf hunda waan Oromiyaan isaan irra egidu guumachu qabu. Kana goochuuf ammoo Adunya irratti hayyuuleen Oromoo gosa barumsa isaantin wal gurmeesuu qabu, yoo ijjaraman malee yaadi qoofan galma hin ga’uu, humna hin ta’uu ijjaramun humna namaf keena.  Qabsoo biyyaa keessatti  geggefama jiru kara gurmu isaan dandeeti fi ogumma isaani garggaruu danda’uu. USA Dcti hayuu Ogeesa fayya Oromoo gudan Arge Ogeesi kun qoofan isaa yoo haali mijateef Skype qoofan Hospitaaloota Oromiyaa jiran heeddu keessa Ogeesoota Oromoo jiran barsisuu ykn gorsuu ni danda’aa garuu hayuu keenyati fayadamuu dadhabne.

Dhabbilen siyaasaa mal goochu qabu?

Dhaabileen siyaasaa waan hunda dura yaada uummata, yaada miseensoota isaan yaada hayyuulee Oromoo dhaga’uu qabu. Dhaabilee Oromoo jara 21 keessa doggogora Gobana Dacee, Fetuwerari Habte Gorgis Dinagdee, Tefari Banti, Dr. Haile Fida, kkf raawwatan hara ilee raawwachuu hin qaban. Habaashaa Amanu hin qaban, West amanu hin qaban, wali keenya amanu qabna, Dhaabaa Oromoo keessati iftomina qabachuu qabna, sagalee uummata dhagefachu qabu, waan nu jeenen ala namni dubate ykn yaade diina jeechun garii miti, akkas tanan namni dhugaf dubatu hundi diina ta’uu isaati, kun jeechun ergama diina fudhatan yeroo hunda wara dhaabba Oromoo balaalefacha olan TV TPLF ijarteefin Ogannota Oromoo wara maqa xureesa olan ilee dhageefadha jeechu koo miti. lote galtuun ergamtun habaashaa dhaabba keessa qooratamete qulqula’uu qabdi, dhaabilee Oromoo Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaa deggeran haalaa dure tokko malee tokko ta’uu qabu, kun ta’uu banan diinaf caaraa keenya dabarsine laachuu ta’aa, ykn diini unni akka debine wal waraanu nu goodha, gorsa koo kana kudhamadha. Ayyanalalatoota Angoo fi Mallaaqaaf folatutu jira isaa rakkoo Oromoon keessa jiru kuni itti hin dhaga’umu Mallaaqaa jalaachuun dhukuba gadheedha, OPDOn yeroo Oromoon du’uu kan itti dhaga’amuu didef Mallaaqaa amma itti gara guutatan kana dhabuu waan hin barbaaneef, Dhaabilee Waraqa of keessatti bayyifachuu qabu, kan kayyoo qoofa dhabatuu fayyidan isaa hin binee saboontoota horachuu qabu. Bara 2009 OSA Conference irrati dhaabilee Oromoo Mootummaa Oromiyaa Baqaa irrati tokko dhabatan Gadiisa tokko jala jirachuu qabu, Oromiyaa akka biyyati Alaba Abba Gadaa Haluu Gurcha, Dima fi Adii walooti qabachuu qabna jeedhen ture, gaafasi yaada koof nami xiyeefana keene hin jiru, Kitaaba koo irrati kanuman bareese, nami kun maliif kana jeedhe kan jeedhe ilee hin ture, hara bakuma gaafa sana iyuu hin jiru. Yoo tokko ta’uu  fi waldhaga’uu banee gidiira saba keenya itti dheeresina kana beeka.

Ganda hunda fi Aanalee hunda keessa maltu goodhamu qaba?

Oromoon Oromoo irratti yakka dalage gara lafina tokko malee tarkanfiin dhumma irratti fudhatamu qaba. Uummani Aanaa Tokko keessa jiru 300,000 ol ta’uu Kabinoota, Polisi fi Gare fi Goxii Aanaa isaa kessa jiru hikachise hidhachu yoo dadhabe namni biyya bakka birati dhufe bilissa isaa basuu hin jiru, Uummani Oromoo erga du’uun isaa hin olee ajjeese gube diina isaa barbaadese du’uu qaba malee akkasiti tola reebamee, tourchi ta’ee, hidhamee ajjeefamuu hin qabu. Kanaafuu sabi wal gurmeese tofta barbaade fayadame Meesha fi qabeenya diina Aanaa isaa keessa jiru dhunfatee fayyida qabsoof olchuu qaba malee diina irra bituu fi itti gugura waliin nyacha fi dhuga diina irratti qabsa’uun hin danda’amuu diina irratti ugura waligala (boycoat) diina irratti gochuu qaba.

Qabsoo Oromoo keessatti midha kami iyuu wari irra ga’ee hin gataman, beenya fi bakka argachu qaban ni argatu.

TPLF ilman Tigiray Oromoo biyya isaa irratti tarkanfi sukaneesa fi gara jabina akkasi erga saba keenya irratti fudhate, Oromoon tarkanfi isaaf mijate hunda fudhachun yoo xiqate gumma midhamtoota basu qaba.

Namoon lubun warreegaman, kan qama hiratan, kan hidha turan, kan hojii irra dhorkaman, Baratooni barumsa irra dhorkaman, namoon siyaasaan biyya ari’ataman, kan lafa isaan irra buqifaman, kan ijoollen isaa qabsoo irratti warregamtee hundi Qabeenya lammi Tigiren Samame fudhame irra shalgame  kaffalamaf:

  1. Namni lubun warreegame Gumma lubu akka kaffalamuuf ibsu qabna,
  2. Kan qama hiratee fi mada’ee rakata jiru hundi kan hirina qama fi waan inni yeroo  argachuu male shalagamee akka kaffalamuuf ibsuufi;
  3. Namni Mana hidha ture  mindan argacha qabu fi beenya hamilee (moral kassa) waliin akka kaffalamuuf ibsu qabna,,
  4. Namni hojii irra ari’ame biyyaa ba’ee minda inni argacha ture shalagame kan waggoota sana hunda akka kaffalamuuf ibsu qabna,
  5. Loltu Qabsoo irra ture mindan argachuu qabu madallamee kan wagoota hunda sana shalagamee akka kaffalamuuf ta’a.
  6. Baratoon University irra dhabatan Minda argacha biyya keessa fi biyya alati akka baratan kan godhamu ta’u isaa  ibsufi qabna, ;
  7. Haati ykn Abban ijoolleen isaan Qabsoo Oromoo irratti warreegaman beenya kaffalamaf, soruma akka argatan goodhama. Kkf ammuma seeran qoophefamu qaba. Kun hamilee qabsa’oota keenya kan jabeesuu fi warregamtoon kan hindagatamne ta’u isaa mirkanessa.

Mal Goonu? Furmaati mali? Tarkanfin itti anu mali?

  1. Mari’achuu qabna, wal gorfachuu qabna, tokko ta’uu qabna.
  2. Dhaabileen Oromoo kayyoo  Bilisummaa fi Walabummaa Oromiyaatti amanan haala dure tokko malee walti deebi’uu qabu.
  3. Dargagoota Qeerro, Baratoota Oromoo kara qajeeltoon gorsuu qabna;
  4. Hidhannoo, meesha fi mallaaqi saba keenyaf ni barbaachisa tokko tanee waan qabnu gumachuu qabna, yoo tokko tane qabeenyi keenya dargagoo biyya keessaf bu’aa busaa, dhabbileen Oromoo, abban qabeenya Oromoo  fi sabni Oromoo qabsa’oota keenya ataataman meeshaa  hidhachiisuu irratti waligalu qabna.
  5. Yoo xiinate waan Oromoon irratti waligaluu tokko jirachuu qaba innis Bilisummaa fi Walabumman Oromiyaa hunda keenyaf kudhama ta’uu qaba,
  6. Ijoolleen Oromoo Afaan Amahara hin beektuu Oromoon abba biyya sana ta’uu banan lammi lamaffaa tatii kanaafuu waan hojeenu fi dubanuu waa’ee egeree Ijoollee Oromoo ol adeemtu kana yaadachaa murtesuu qabna malee wa’ee keenya ta’uu hin qabu.
  7. Habaasha waliin yeroo dubbatan hin tufatina Amahari ykn Habaashan kana booda waan tokko goochu hin danda’an hin jeedhina, diinna tufatantu nama injjifataa, kanaafuu dura Gobana Dace, H/Gorgisi, Tefari Banti fi Dr. Haile Fida,dr. Sanaye Like dr. Nagasoo Giidada kkf… dogoogora isaan hojjeetan yaadacha dubadha.
  8. Waan anni jeedhe qoofatu wayya anna qoofatu beeka dha , yoo yaada koo fudhachuu dide ati diina jeechun dhabachuu qaba,
  9. Waan wari West nu gorsan hunda amanu hin qabnu, isaan feedhi isaan qoofafi hojeetu utuu dhugaf hojeetu ta’ee Ango Ethiopia Tigire %5f keenan waraanaa ABO Kampy hin galchan ture.
  10. Biyyotiin  Oola keenya ilee Jabina Oromoo fi Oromoon akka Abba biyya ta’uu hin barbaadan isaan ilee feedhi  Oromoo to’achuu qabu, Oromoo laftuu fi ergamtuu barbaaduu Oromoo haqaf falmatuu Habaashoon fi fakatoon isaan hin barbaadan
  11. Qeeroo Dargagoon Oromoo kara itti isaan Meesha argachuu danda’aan atataaman tarsiimoo cimman tokko ba’uu qaba.
  12. Oromoon Tigire fi ergamtoota TPLF irra Bituu fi Ittigurguru dhisuun Ugura irra ka’ee akka isaan Oromiyaa keessa ba’an goochu qaba.
  13. Yakka suukanessa video kana irrati argitan kan raawwatan lammiin Tigiray lafa Oromoo irra guyya tokko ilee buluu hin qaban. https://www.facebook.com/bontuu.lammii.10/videos/vb.100009428095556/1678009995856587/?type=2&theater
  14.  Yakka TPLF raawwatuu hundaf Oromoon tarkanf wal fakkata lammi Tigiray irratti fudhachuu qaba.
  15. Qabeenyi lammi Tigiray hundi kan Oromoo ta’uu isaa seeran labsamuu qaba, namni lammi Tigiray irra qabeenya tokko ilee bitee seera qabeesa akka hin tanee amuma labsamuu qaba.
  16.  Oromoon kara kamn iyuu Qabeenya fi meesha TPLF fi kan ergamtoota isaan hunda dhunfachuu qaba;
  17.  Tofta ittin Konkoolata fi Tanki diina ittin guban dargaggoota leenjisuuf fi barsisuu qabna.

Wara Maliif WFDO gate jeetani na qeeqitan fi wara Qeesi hin xuuqin jeetanf deebi gababduun qaba.

Ati dhaabbilee hundaaf maliif barreesita ykn maliif dubata WFDO maliif gate jeedhan Miseensoon WFDO na qeeqitanf ilee deebin qaba,Wfdon abba qaba abban muca isaa hin gatuu, ani Bu’uureesa WFDO hunda natu mana irra deeme wamee walti fide erga tokko tane humna guda tane ture bori ilee ni tana amma garuu maqa kanan biyaa ala ta’ee fayadamuu hin danda’uu nageenya keessanf jeecha yoon maqichaa faayadamu badheiyuu hojii hojeechadhuman jira . WFDOn gaafan ani galee Afaan Oromoon hojeechuu egala kayyoo dhabateef hunda akkan galma ga’u goodha. xiiqoo naa obsa,  amma akka bakka bu’aa uummata Oromooti waan Oromoof maluu hundan deggera, waan Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaa midhuu hunda duran dhabadha.  Warii qeesi sodadhu  nan jeetanf waan Oromoo midhu irratti qeeesi miti waqayoon yoo ta’ee ilee duran dhabadha.

Ani kayyoon koo feedhin koo Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaa qoofa, Angoof ykn Mallaaqaa argachuuf utuu hin tane saba koo abba biyya goochuuf. Namni akka na jalatuuf miti  namni kan jalachuu qabu bifaa  ykn amalaa koo utuu hin tane kayyoo kooti, wari qeesi fi sheeki hin xuqiin namootatu sii jiba jeetan deebin koo ifadha “ Oromoo abba fedhe yoo ta’ee, qeesii fi sheeki dhisaati Oganoota QBO ilee yoo ta’ee yoo isaan TPLF jalaa adeemuu egalan yoo isaan Habaashati fulaa garagachatan  QBO dura dhabachuu egalan yoo isaan kayyoo dhugaa gootoon itti warreegaman gurguru egalan dhiifama hin goodhuf” gaafan diina jalaa hiriree Oromoon ilee dhiifama na goochuu hin qabu. Harki koo qulqulu dha waan anni nama sodadhuuf hin qabu, waa nama irra hin funee haqa nama hin xuqine, mirga nama hin dhibne, mirga Oromoofn falmadha kaanfin hin sodadhu.

Kana irratti mari’achuu qabna yeroo hunda Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyya irratti garaa qulqulun hojeechuu qabna. Oromoon tokko, kayyoon keenya  tokko kan gooti fi qaroon Oromoo hanga yoona itti warreegame fi itti beela’e.

Na ofkalcha !!

Yoon dogogre na siireesa?

 

 


Viewing all articles
Browse latest Browse all 2469