# OromoProtests Iciitii ilmaan oromoo fi Amhara mana hidhaa qillitooti ibiidaa fi rasaasa waayyaaneetin dhumaan ilaalchisee.
====================================
Tarkaafiin kun akkaa fudhaatamuu kan yaada maddisisee loltoota tplf duraanii yoo ta’aan yaada kana kan mariiyaatanis maakaaleetii.
Sababa yaadnii kun maariyaatameef sodaa guddaa keessaa waan galaanifii jedha,wantii sodaa keessa isaan galchee hiriraa guddaa oromiiyaa keessaati gaggeeffaamee fi gammaachuu ummatni oromoo fi Amhara injiifaannoo atileeti faayiisaa leliisaa haaloo bahuu fi jedhà, innii guddaan garuu hiriirii guddaan akkaa yeroo darbee dabalaamnaan shakkii tokkoo malee angoo nu harkaa bayuu satii,kanaafuu callisnee laluun nu gubbaa hin jiruu ummaatota itiiyoopiyaa keessatu oromoo nasiisuu qabnaa jedhanii kan maariyaatanidha.kanaaf mana hidhaa gubuu gubaachuu kan qabu immoo mana hidhaa qillintoo jedhani murteesaan jedhaa.sababiin qillintoon filaatameef waa lama
====================
1. Mana hidhaa San keessaa kan jiraan baayinaan hidhamtoota siyaasa beelamaa eggaatanidha.ka
na malees dhiyeenyaa kana sababa hiriraan galanidha.kanaafuu kun kaayyoo sodaachisuu fi jilchuu galmaan gaha jedhaani murteessaan.
===================
2.ffaa kana gochuuf immoo nama keenyaa qofaa nu barbaachisaa ,kana immoo argaachuu kan dandeenyuu achii qofa jedhani.
Namootni isaani achii jiran mana hidhaa qillintoo kan egaan miti. Isaan mana hidhaa San egaan poolisota dadhaaboo ykn tera polis dha,
Kanaafuu namootni isaani yaada isaani galman gahuu danda’uu loltoota tplf duraani fi ammaa kan university Addis abebe kan saayiinsii fi tekiinooloojii jedhaamuu keessaa kan hojeetanidha.jarii kun kan hojeetaan mana gaarajii konkoolaata universitichaa fi shufeertoota universititi.baayeen isaa jechuun hundii isaani tigireedha. Oromoo ykn amhran hin jiru, ibiidaa kan qabsisé jara kana naafxaa Fi gaasii gubbata garajii fàyyàdamuun halkan qabsiisaan.namoota du’u qabanis kan addaan baasee jaruumaa kana ,akka yakkaamatii mana hidhaa seenuun torban tokkoof hidhaamnii namoota kana bifa fi bakkaa dhaloota isaani addaan baasuun,yoo ta’uu kan ajjeesees isaanumaa jechaa.kan iciiti kana natii himee afaan tigiree fi afaan amhaara kan beekuu nama dhalootan gondoor ta’eedha. Kanafuu hayyootni oromoo fi Amhara kan universiticha keessaa hojeetan maqaa namoota garaajii San keessaa hojeetan addaan nu basaa, kan jedhuu dhaamsaa keenyaa.
Gumaa ni natii biyyii keenyaa ni bilisoomtii
================================
Dabalataan kan oddeefama jirru, kanaan dura kaneen yakka hojetanii waggaa dheeraa fi umrii guutuu itti murtahe mootummaan akka dhoqsaan ajjessaa ture oduun jalaa bahurran kan kahe maatiin hidhamtootaa shakkii kanaan ittii dedebihani yoo gafatan idoo birratti dabarsinee jedhu, yoo achii deeman hin argatan. Gaaffii kanaf furmaata kan tahu ijeennoo amma fudhatame kana irratti fudhatanii warren lubbuun hafan qofa maqaa isaanii basanii. Warren maqaan hin jirree deebiin akka lubbuun hin jirree beekanii akka dhisaan tasifamee. MEE RAGAA KANA QULQULLEESSUUF MATTIIN FIRA OFII DHABDAAN MEEQA AKKA Via Obsii Hanga Yoom
#Oromoprotests Guyyaa Ayyaana Masqalaa Ummataa Oromoo biratti giyyaa kabajaamaa fi jaallatamaadha. Sab-lammii biyyaa keenyaa keesa saba Guuraagee biratti ilaalcha addaa qabaachuunsaa beekamaadha. Ayyana kana Guraagoonni akkas jedhanii jiru. Saba Oromoo guddicha,Amharaa fi uummata kibbaa Konsoo duguginsa sanyii Mootummaan Itoophiyaa irratti rawwachaa jiruu kana utuu ilaalluu,Ollaakeenyaa gadda addunyaa hirmaachise keessa seenee jiruu utuu ilaalluu Gara naannoo kenyaa deemnee ayyana kana hin kabajannuu jedhani Nannoo jiraatan hundumaa wal akeekkachisaniijiru. Kanaafuu Qeerroon Oromoo Labsii FXG Guutummaa Biyyatti keessatti tarkaanfi walfakkataa fudhadhaan guyyaa gaafa Masqalaa kana 16-17 /1/2009 iyyaa sa’aati tokkoo guitu iyyina!!!! Qeerroon Oromoo Akkata isiinii mijatuutti wal qindeessaa.Gochaallee armaan gadii kana rawwadhaa! 1:Caasaa isiin basaastuu duraan dursa adda baafadhaa. 2: balbala mana keessanii dura dhaabadhaa 3: Akkumaa yeroo caamsaan dheeratuu Ummanni Oromoo Iyya bokkaa iyya bokkaa jedhee iyyee iyya dabarsee bokka roobdifatu sanatti. Iyyaa Sirna Wayyannetuu nutti cimee,Garbuu jala jiraachuu nuffinee biliisumma biliisumaa jedhaatii Akka Saatii biyya keenyaatti galgala keessaa Sa’aa 1:00 hanga sa’a 2:00tti iyyaa iyya qulqulla’aa darbii darboodhaan dabarsaa!! Isira’eelonni Yeroo Ayyana iyyubeeliyyuu kabajaan ulaa jiranni iyyanii iyya dabarsuu kan garbummaatti kennamee lafa jiruu gara qe’ee irraa boji’ammeetti sardamaan gala. Guyyaa kana qe’ee basaastuu opdo deemaa wanta umna isaa gituus tarkaanfi irratti fudhadhaa. yoo nu milkeesaa Ta’ee post goonaa ilaalaa yaada mamila irraa dhiyachaa jiruudha. Oromia Oromo…Nimoona! Via Nimoonaa Abdiisaa