Quantcast
Channel: Horn of Africa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 2469

Waamicha Harmee Oromiyaa Irraa!

$
0
0

iowo

Waamicha Harmee Oromiyaa Irraa

  Dubartoota Oromo DMV Jiran Maraaf:

Haadhoti ijoollee Oromoo fi Oromiyaan dhiiga boohaa nuu birmadhaa jeechaa jiru.
Deebiin keenya maal tahuu akka qabu waliin mari’achuuf,

Guyyaa:  Sanbata, Onkoloolessa/October 08, 2016
          
           Sa’aatii: 2:00 Waaree Booda/PM
 
           Bakki: Waajjira Hawassa Oromoo Washington, DC ti (Oromo Community Organization – OCO)

           Teessoon: 6212 3rd St. NW, Washington DC 20011.
                      

Yaadadhaa!

Yeeroon sagantaa: waaree booda sa’a 2:00pm irraa jalqaba!
Dhiiga ilmaan keenya dhangala’aa jiruuf haadha iyyeessaaf haa birmannu!

Waamicha lammuummaa kana warra beektan hundatti nuu dabarsaa.

Galatoomaa,

IOWO

“Our prime purpose in this life is to help others, if you can’t help them, at least don’t hurt them.” –Dalai Lama


Viewing all articles
Browse latest Browse all 2469