#OromoRevolution Magaalaa Sabbata nannoo Finfinnee Keessatti Ilimaan Oromo Nama 500 ol Kanneen Hidhaman Summii Akka Nyaachifaman Mari’achuuf Agaziin Walgahii Geggeessuu Isaanii Oduun Miliqee bahe VOA Afaan Oromo dhaqabe waan nama sukaneesati. Poolison dhalootan Oromo taatan kan icciti kana baaftan heddu galatooma. Aaantumman saba keessani haa itti fufu. Via Daraaraa Sabaa
#OromoRevolution
Amma afaan guunnee dubbachuu ni dandeenya!
Qeerroon maal akka ta’eefi maal gochaa akka jiru kunoo amma hubadhaa! uuuuuuuu! jabaadhu jajjabee jabaadhu qeerrookoo! hin seesin,hin shakkin…bilisummaa booddee misoomna! Waan hundaa kan diinati jettee yoo ergatte hin hiliniif,dhahii ajjeesi,gubi balleessi!
Viidiyoon kun lafa humnaan saba keenyarraa sammamee wayyaaneen shukkaara irratti omishuun export gootudha! Kunoo qeerroon daaratti geeddarte. Qeerroo kan dhiisi siin jedhu tokkollee hin dhagahin…waan hundaan si waliin jira sabni kee! Via Naf-tanan Gaadullo
“Qeeyroon Harargee Bahaa Aanaa Kombolchaati Araddaan Awmensuur. Akka lakkooysa Biyyaati Halkan keeysaa Sa”aa 7:00 yeroo ammaati tarkaanfi cimtu fudhachuudhaan Waajjiirri araddaa, Fi FTC Aaradichaa Ibbiddaan gutumaan gututti Barbadaawe jira. Amma yaroo tanatti biiroo gandaa guututti barbadeessanii meeshaa waraanaa milishaa irraa hiikkattee manneen kuusaa xaa’oo tokkoos barbdeessanii qawwee qabatanii dhiichisaa jiran yeroo amma barreessa jiru. Waajjirri aanichaa daaraa tahaati jira. ummataan nuuf gahi” Via Girma Gutema
#FXG #OromoRevolution:- Dhiigdi Oromoo Bishaan Laga Abbayyaa Miti.
Obsa Uummata Oromoo Murni Bicuu doofummaa ykn Sodummaa itti fakkaatee siruma guyya Ayyaan Waggaa Ummata Agaazii itti bobbaasuun dhiiga ilmaan Oromoo dhibbootaan dhangalaaft. Diigdi kun har’a akka guuta galaanaatti liqimsuuf wawwaachisaa jira. Akka Michooma Badde dheeffa hin badin jette #Qamaleen Jdeessaan. Yaa OPDO Uummata kee dhiiftee kan ilmaan halagaa si jaalachiise har’a illee dammaqi . Duruu baddee OPDOn kan Uummata Keessaniif quuwama qabdan hatattamaan gara uummata keessanii kootta. Ka’i #galmee Qeerroo Keessatti otoo sa’aatiin sitti hin dhumne galmaa’i
Down!Down! Wayane!
Injifannoo Uuata Oromoof! Via Tolcha Jabeessa Gurmessa
#Kadhaan Ongee hin Oolchu.
#Dhaamsa Hatattamaa Falmataa Abbaa Biyhummaa Hundaaf .#Share! #Share! #sharee
ቀድሞ ነበር እንጂ መጥኖ መዶቆስ ። አሁን ምን ያረጋል ድስት ጥዶ ማልቀስ ።
Waggaa 25 guutuu qabeenya Oromoo fi #Albuuda Oromiyaa Uummata keenya irraa buqqisaa kaffaltii tokkoon alatti duguugaa kan ture Kampani#MIDROC qabeenya wayyaanee Malaan Maltummaa Shek AlAmuddi waliin kan Saamaa turan itti hanqatee Uummata Keenya Qabsoo Haqaa Abbaa Biyyumma dagachiisuuf shaaxirummaa #Barkat Simoniin qabeenyi kan Uuataati jechuun #bor waraqaa qabsoo dagachiisu facaasuuf deemama . Qabsoon qabeenya faashis’tootaa irratti tarkaanfii fudhachuin haga guyyaa bilisummaatti itti fufa. Waraqaa Shaaxirummaa Maqaa Qabeenya Uummataa jedhuun faca’u kam iyyuu qabsaa’onni akka hin fudhanne . Kuni Shaaxira Bereket Simon . Dhaamsa Qeerroo Biyya Keessa.
Injifanmoon Kan Uummata Oromooti!
#Arsii Nageellee
Qeerroon magaalotaa fi gandoota baadiyaa hunda babadeessanii meeshaalee woraanaa 19 ol erga booji’an booda kallattii hundaan agaazii magaalattii qubattee jirtu marsanii haleeluu eegalan. Hidhamtootni hundi lakkifamaniiru..
Ummanni keenya Qawwee heddu argatus leenjii do rasaasa waan hin qabneef namoota 20 olitu wareegame.
Ummanni reeffa ilmaan isaa osoo hin guuratin xiiqiidhaan wol irratti dhumaaru.
Ol-adeemoo galaafataman keessaa tokko Badhaasoo shubbee jedhamu kaawwan maqaa isaanii adda hin baafannee.
Boru immoo guyyaa gabaa guddicha irratti ummata fixuuf karoorfatteerti Ummannis erbee irratti du’uk mannaa osoo falmannuu du’uu nuuf woyya j echuun kutatanii bahaniiru.
Dhukaasni gurra si cufa, Daandiin magaalaa seensisu hundi reeffa namaatu guute.
Maaloo Bilbilaa, Baatuu, Maqii, Mojjoo…. nuuf birmadhaa. yoo xiqqaate karaa cufaa.
ARSEE WORAANA SHURAA
WORAANEE IRRAA MURA! Via Beekan Gulummaa Irranaa