#OromoProtests-(11.04.2016, #FreeOromia, Oromia) “After students responded by taking to the streets of Ginchi, a small town 80km from the capital, Addis Ababa, their protest was quickly quelled. But a spark had been lit for what has turned into an outpouring of grievances by the Oromo—Ethiopia’s largest ethnic group, accounting for about a third of the country’s 95 million population.”
#oromoprotests
FXDG marsaa 5ffaa haala ho’aadha qeerroon university amboo damee awaro akkumaa karorfattetti(sababaa bishaan mooraa keessaa yeroo dheeraaf baade sababbeffachuun) guyyaa(11/4/2016)guyyaa sa’a 6:30(local time)irraa kaase mormii cimaa dhaggeessisaa jiraa humni tikaa wayyanee akkumaa ishee durii tarkanfii fudhachuuf yaaltus sababaa baay’inna qeerroo dubartottaa fi dhiiraa akkasumas roobni waan roobef tarkaanfiin ishee jalaa faashalaa’era!haa ta’uu iyyuu malee mormiin kun addaan hin ciine ijjoolleen dormitti galuudhan sagaalee isaanii dhaggeessisa jiruu!kanaf qeerroon oromoo university adda addaa irraa jirtaan guyyaa boriitti jalqabdanii FXDG marsaa 5ffaa wal harkaa fudhuudhan akka fininsittaan qeerroon university amboo mooraa awarroo waamichaa ariiffachiisaa isiinif godhaa!!

Magaalaa Shaashamannee naannoo Ganda 10tti boolli mana-fincaaniif qotame diigamee lubbuu namoota 10 galaafate.
Balaa kaleessa galgala mudate kanaan namoonni kadhannaarra turan 18 liqimfamanii lubbuun namoota 10 battaluma sana darbeera.
Namoota hafan 8 irratti ammoo miidhaan qaamaa cimaa fi salphaa qaqqabeera.
Amantoonni kunniin Waldaa-kiristaanaa Hiyyaaw Igzi’aabiheer keessatti sagantaarra osoo jiranii boolli galmicha keessatti dursee qotamee ture amma bakki waaqeffannaa irratti ijaarame diigameera.
Wayita kana hordoftoonni amantichaa tarree sadiin turan liqimfamaniiru.
Kanneen du’an keessa dubartiin daa’imma waggaa tokkoo baattee turte keessatti argamti.
Dheerinni boollichaa meetira 7 waan ta’eef hojiin lubbuu baraaruu kun yeroo dheeraa fudhate.
Namoonni lubbuun isaanii oole hospitaala Malkaa Wadiyaatti wal’aanamaa jiru; shanan isaanii irra balaan cimaa qaqqabuusaa beekuun danda’ameera.
Boolli mana fincaaniif qotamee ture kun guutumaan guutuutti biyyoon osoo hin guutamin irra keessaan qofa huwwifamee galmichi irratti ijaaramuun balaan kun akka qaqqabuuf sababa ture.
#Obboo_Sanyii (Zarihuun) Bakkalchaa Goota Oromoo umrii isaa dheeraa Waggaa 18 ol mana hidhaa wayyaanee Wayyaanee maa’ikalawwii fi Qaallitti keessatti oromummaa isaan Yakkamee murtii Kijibaan Waggaa 18 ol hidhaa keessatti dararamaa Kan ture Ebla 5/2016 mana hidhaa Qaallitti Irraa Gadhiifamuun gabaafame!!
Obboo Sanyii (Zarihuun) Bakkalchaa Toleeraa goota ilma Oromoo Oromummaa isaaf Wareegama kamuu baasuudha. Mucaan obboo Sanyii Bakkalchaa kan ta’ee dargaggoon Oromoo #Fayisaa_Sanyii Bakkalchaa Illee abbaa isaa waliin hidhamuun dararamaa jiraachuun ifaadha. Gootni Oromoo obboo Sanyii Bakkalchaa Oromummaa isaa fi dhugaa Oromoon qabu waan dubbateef gidiraan guddaan mana hidhaa wayyaanee keessatti irratti rawwatamaa ture kan nama gaddisiisuu yoo ta’eeyyuu,Obboo Sanyii Bakkalchaa Toleeraa gootummaa fi onnee Oromummaan isaa kan nu boonsuu ta’uun ifaadha. Goota keenya kanaan Waaqayyoo aduu bilisummaa ijaan isin haa argisiisuu. Baga waaqni boollaa mana hidhaa wayyaanee fi gidiraa fi dararaa diinaa keessa isiin baasee jechuun Qeerroon bilisummaa Oromoo dhaamsa keenya dabarsinaaf!!
Injifannoon uummata Oromoof!!

Fincilli Xumura Garbummaa daran jabaachuun magaalaa Naqamtee fi naannoo ishee keessatti itti fufee jira.
Eebla 10/04/2016 jechuun guyyaa kaleessaa fincilli daran jabaachuun naannoo staadiyeemii magaalaa Naqamtee keessatti taphni kaanamaa Naqamtee fi poolisii abuubi/Kibbaa/ gidduutti taphatamuuf ture qoophiin xumuramee edda dirree seenanii booda guutummaan tapha sanaa qeerroo magaalaa Naqamteen gara fincilaatti jijjiiramuun gara dhaadannoo fi wallee waraaqsaatti geedarameera.
Haaluma kanaan dhaadannoon Humni waraanaa hatatamaan Oromiyaa keessaa ba’uu qaba,Namoonni hidhamanii jiran akka gadi dhiifaman,Humni dhiigaa uummata keenyaa dhangalaase itti gaafatamuu qaba kan jedhuufii walleen waraaqsaa oo yaa baala tuufoo ABO nuuf wayya nuufoo, oo baala badeessaa wayyaanee baasaa nu keessaa,oo tulluu gamaa ABO bushuu qabaa kan jedhuun guutummaan taphichaa goolamuudhaan addaan cituun hafeera.
Haaluma kanaan dhalataa magaalaa Naqamtee kan ta’e Gammee Oofkalaa namni jedhamu mana hidhamee jiraachuu Qeerroon gabaasee jira.
#oromoProtests To all our Oromo people around Finfinne area make sure don’t ever accept money from Tigre Government. Money is nothing to our Oromo people. We need to protect our identity our culture including our unique language. The Tigray government never cancelled Finfinne master plan first place even before they are lying, the new master plan agenda just arrived from Tigray Mafia to sale Oromo land just like before and now they are plying with fire trust me, so all our Oromo farmers sarund Finfinne area say no to TPLF offer , they are lying because they are not act ligament Ethiopian government , they are still Rebels from Tigray and we must fight at the end to stay on our land. If you accept TPLF you will be face consequences and you are the one who responssible for betraying our nations and Our must QEERROO pass it on this important message before too late, it’ could be blood shade even than before. We must end TPLF regimes this time by any means if they are trying to evict our farmers by force and those OPDO must stay away from this Tigres mess if your are Oromo stand up for your right before your family got destroyed”
Oromo must struggle continues !!
via Biqilaa Biyyaa

መቱ ከተማ በመብራት እጦት እየተሰቃየች ነው። ውሃም ከጠፋ ቆይተዋል። ሰዎች ለምግብነት የምጠቀሙትን እህል እንኳ ወፍጮ ቤት እንዳይወስዱ መብራት የለም።
ፌደራል ፖሊስ እና አጋዚ ጨለማን ተገን በማድረግ ህዝቡን ማሸበር ብቻ ሳይሆን መንገድ ላይ ያገኟትን ሴት አስገድዶ እየደፈሩ ነው። ህዝቡ ሰሚ አጥተናል ላልሰሙት አሰሙልን ባገራችን በበታችን ተዋርደናል እያሉ ነው። ሼር አድርጉት።