Quantcast
Channel: Horn of Africa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 2469

#OromoProtests Daily, April 14, 2016

$
0
0

11% Ethiopia Growth ?????
‪#‎Protest‬ yeroo ammaa lammiileen Itoophiyaa beelaan saaxilaaman dachaan dabalaa jira Akkuma beekamu mootummaan wayyaane miidiyaale isa irrattii ba’e ummaanni beelan saaxilaaman gargarsaa argachaa jiru jechuun ololoo isa afarsaa jira . garu wantii isnif godhaame tokkollee hin jiru gargarsii mootummoonni adunyaa gochaafi jiraanillee akkasan dhaban ajaja dabarsee H/Mariiyam Dassaaleny kanaf hallii mootummaan kun itti deema jiruu gababa dhumaatti ummaata lafarraa duguuguf kan kararoorfateedha kanaf kun utuu hin ta’in duraa immoo ummaannii dirqaaman mootummaa garboonfataa kana ofirraa busu qaba jedha


by Birhanemeskel Abebe Segni (FB)

The United States ignores the interests of the Oromo People at its own peril!
*******************************************************************************

I honestly expected the U.S. Department of State to at least report on the ongoing ‪#‎OromoProtests‬, now in its fifth month, including the hundreds of killings, mass arrests, wholesale eviction and dispossession of the Oromo people off their land and natural resources in Ethiopia in its yearly human rights report, however meaningless and useless the Report is.

What a shame! None!; literally nothing is reported in the State Department’s so called “2015 Country Reports on Human Rights Practices on Ethiopia” issued yesterday April 13, 2016 by the Department’s Bureau of Democracy, Human Rights, and Labor. There is no even mention of the phrase #OromoProtests.

I expected the leadership of the United States on this issue, in part, assuming the Oromo people’s security, political and economic interests are crosscutting and shared national security and economic interests of both Ethiopia and the United States. I still believe the geopolitical interests of the United States in Ethiopia and Horn of Africa at large necessitates respecting the security, political and economic interests of the Oromo people. The United States ignores the interests of the Oromo People at its own peril!

That said, the total omission of the Oromo from Ethiopia’s political map and total irrelevance in the Horn of Africa’s geopolitical calculus of global powers including the United States, United Kingdom and European Union indicates that the Oromo people have long way, very long way, to go to regain their dignity, rights, and get respected.

Serious mobilization and organizational works are needed beyond street protests. Only organized societies merit existence, respect and dignity anywhere, anytime and with anyone in today’s world. The rule of life in the world as Darwin aptly put it is the survival of the fittest. The Oromo people need to be organized and fit to survive in Ethiopia; and get respected beyond its borders.

It is critically important for any Oromo with a sound mind to admit to himself or herself that the Oromo people, today, have no single organization that will lead, protect, promote and defend the national interests of the Oromo people. It is very critical to start working toward serious societal, political, cultural and organizational changes. Or else, the very existence and survival of the Oromo people into the next century is in a very serious jeopardy.
http://m.state.gov/md252681.htm


‪#‎Oromoprotests‬ April 13,2016Agazi forces and federal polices are attacking Ambo University Awaro Campus Students in their dormitories right now.

Yeroo ammaa halkan kana Humnoonni tikaa wayyaanee Agaazii fi Poolisiin federaalaa Yuniversiitii Amboo Kaampaasii Awwaaroo keessatti Doormii barattootaa cabsanii seenuudhaan gaazii imimmaanii Doormitti naquun barattoota reebaa akka jiran dhaamsi Mooraa Awwaaroo irraa bahu ni muldhiisa

12993502_1004760642946869_5510583179608555164_n


‪#‎Abdii‬ ‪#‎Fiixee‬ irraa….
Nama Baqqalaa Garbaa fi Gammachuu Shaanqoo Irratti ragaa sobaa ba’uuf jiru eenyummaan isaa baramee jira. Melkaamuu Baacaa jedhama. Namni kun wa’ita Mormii barattootaa Gidaamii irraa qabamee gara Maa’ikelaawii dhufe. Yeroo ammaa Maa’ikelaawii keessaa bakka ‘Sheraton’ jedhamu jira. Odeefannoon waa’ee nama kanaa dhaga’e irraa namni damee tikaa waliin dhimma Baqqalaa Garbaa fi Gammachuu Shaanqoo irratti adda durummaan hojjechaatti jiru Qondaala OPDO kan tahe fira Melkamu Baacaati. Namni kun namoota dhiheenya kana hojii itti laatame seeraan hin hojjenne jedhamanii aangoo gurguddaa irraa gadi bu’uu isaanii Miidiyaa biyyattii irratti himamaa ture keessaa nama tokko. Tarii dirqama itti laatame kana akka gaariitti yoo ba’eef namni kun gara aangoo irraa buufameetti deebi’uu mala ta’a. Kana gochuuf garuu fira isaallee hata’u kunoo ragaa sobaa irratti dhiheessee Baqqalaa Garbaatti murteessisuu danda’uu qaba. Kana qofa miti durbiin nama kanaallee magaalaa Danbi Doolloo keessatti nama aangoo Siyaasaa qabu dha. Dhaddacha itti aanu kana irratti waan Melkaamuun jedhee Baqalaafaa Irratti ragaa ba’uuf jiru walumaan dhageenya.
12990916_1173758475990022_2652739275080120414_n



‪#‎Oromoprotestes‬ 13/4/2016
guyyaa har’aa jechuun
Godinaa Wallagaa Lixaa Magalaa Begii
Fincillii didaa garbummaa akkumaa itti fufeetti jiraa.
Dinni keenyaa yoom nuuf cisee beekaa magalaa keessaa demmaanii qerroo fi Uummaata magalaati dorsiisaa jiruu,
Dorsiisni alagaa yommiiyyuu boodaati nuu deebisuu jedhuu ‪#‎Qerroon‬ Magalaa Begii!
Injiffannoon kan Uummaata Oromooti



Viewing all articles
Browse latest Browse all 2469