Qeerroo.org | November/Sadaasa 30, 2017 Gooti Oromoo Qabsaawaa Falmataa Urgeessaa Wareegame. [SQ,sadaasa,29, 2017] Sirni awwaalcha qabsaa’aa Oromoo qeerroo Falmataa Urgeessaa har’a saa’atii 7:00 irratti magaalaa Shaambuu bakka hiriyoonnii fi firoottan isaa akkasumas qabsaa’onni hedduun jiranitti raawwatamera. Falmataan Qaroo sabaa nama qabsoo...
The post Gooti Oromoo Qabsaawaa Falmataa Urgeessaa Wareegame. appeared first on .