Quantcast
Channel: Horn of Africa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 2469

Oduu gara garaa

$
0
0

Ethiopia Rated 1st Most Religous Cuntry in the World

According to this news statistic released by the Pew Research Center data and shared by the World Economic Forum, Ethiopia is the 9th country in the world with strong religious views. Blow is the full list
World-Economic-Forum


ODUU GADDAA Kamisa Guyyaa 27/8/2008 Arraa Sa.a 7:30 iraa eegalee magaalaa dirree dawaa keessatti balaa galaanattiin qabeenyahedduu kan akka makiinaa guuruu isaa agarreera fakkiin makiinaa kameraadhaaf nuuhinmijjoonye ture lubbuu galaanaan darbe amma duree ganaa hindhageenye hagasuu turtii gaarii
13133189_1018076191615314_7752738304079961334_n

‪#‎Oromia‬/Ethiopia ’11 %’ growth: Daandiin Roobee irra gara Ginnir Geessu akkana fakkaata.

13124492_579040925596981_5335842505301781890_n


‪#‎OromoProtests‬ Harari People’s Regional Government have been warned not to go ahead with the plan of evicting thousands of Oromo farmers from their own land. We know this is TPLF’s cooked plan that is going to be implemented through your forgery administration to make the indigenous Oromo people homeless. It’s impossible to evict a single Oromo from his land if so the consequence is so expensive and unpleasant.
===============
‪#‎OromoProtests‬ Naannoon Hararii gaafuma hundeeffamtu saniillee seeraab ala hundeeffamte. Naannoon Hundeeffamuuf abbaa qabeenyummaa lafaa, sabni irra jiraatu, afaan dubbatamuu fi fedhii ummata sanii irratti xiyyeeffachuun dirqamadha. Harariin gaafuma hundeeffamtullee ulaagaa kanaa fi kan biroollee hin guuttu, guutuufis hiree tokkollee hin qabdu. Lakkoofsa Manaa fi Ummataa bara 1999 ALI taasifameen ummanni Naannichaa 180,000 kan hin caalle yoo tahu kana keessaa 150,000 saba Oromooti. Oromootti aansee saba Amaaraatu hedduudha. Sabni Hararii lakkoofsaan muraasaa fi 8% ummata kanaa kan hin geenye yoo tahuu sunuu Oromoota Fadisii fi Jaarsoo irraa gara magaalaa Harar dhufanii bara Oromoon cunqursaa hamaa jala turee fi Oromummaa himachuu hin dendeenye Hararii(Adaree) himatee jiraachuu dirqametti Hararii ofiin jedhaniidha. Gabrummaan waan hin taane nama gooti. Adaree Oromoon lafa kenniteefii qubsiifteetu har’a wayyaanee dahoo godhatee Oromoo lafa kenneefii waggoota dheeraaf jiraachisaa ture hiraarsaa jira. Barana immoo warra Finfinnee irraa baratanii qonnaan jiraattota Oromoo lafarraa buqqaasanii lafa baballifachuu egalan. Oromoo ka’aa ni falmannaa




Viewing all articles
Browse latest Browse all 2469