Quantcast
Channel: Horn of Africa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 2469

#OromoProtests, June 10, 2016

$
0
0

Mormii naannoo Amaaraa Daabatitti gaggeefama jiru kana fakkaata.
13407046_611217252385441_8645648979731664743_n


‪Adaa shinnoottee Godin kabbaa shawaa Salallee keessaatti argaamu yerroo fuudhafi herummaa akkaati bifaa baredaa kanan sirbaani itti fayyaadamuu maqaan iasaas ‪#‎Shiinnoottee‬ jedhamaa. aduun batee ellee hin dhabatu Kalachuu dhufee batee dawwatuu…………..
Balaa kalallaa manni shaggee tabotaa Calaa gamatii lallaa……jedhuu. Warrooni Bekktaan sirbaataa isaa itti guttaa.! !!

13346519_258346127862800_9185337508050232684_n

13407089_258346171196129_2952687267538985167_n


#‎OromoProtests‬-(10.06.2016, ‪#‎FreeOromia‬, Oromia) Dubbi-himaan mootummaa Itoophiyaa, Geetachoo Rddaa, “Alshabaab garee dadhabaa dha,” jedhe.
Haleellaa Al-shabaabiin loltoti Itophiyaa 43 Somaaliyaa keessatti ajjeefamuun garuu gabaafamaa ture.
Tarkaanfii Alshabaab kanaan kan rifate mootummaan Wayyaanee, Alshabaab meeshaa waraanaa jajjaboo hidhatee konkolaattotaan raayyaa Ityoophiyaarratti haleellaa qaqqabsiisuuf yaaluusaas otuu hin dhoksiin dubbate.
Garee akkanaan tarkaanfii jajjabaa fudhataa jiru kanaan, “Alshabaab garee dadhabaa dha,” jechuun waan hin fakkaanne dubbatee of qaanesse.
getachew_reda


#‎OromoProtests‬-(10.06.2016, ‪#‎FreeOromia‬, Oromia) Zelalem Jemane , former Head of Oromia Agricultural Bureau and member of OPDO executive Committee, has been arrested in Bishoftu for suspected corruption following withdrawal of immunity by Oromia State Parliament today 09 June, 2016. However, many suspects the cause of arrest was purely political.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Zalalam Yamaanee, Hogganaan Biiroo Qonnaa duraanii fi missensa koree hoji raawwachiiftuu ‘OPDO’ malaamaltummaatti shakkamanii har’a Bishooftuutti to’annoo jala oolaniiruu jedhu. Hidhamuun isaa kun garuu sababa ilaalcha siyaasaa akka haasayamaa jira. Zalaalam fi Mukatar Kadir yeroo hedduu dhimma Oromoo irratti walmorkaa turan.
13339582_10208531978088667_1139566914226792461_n


Dimtuu garaa Golboo nuu daqabdee!

Dhagefadaa waan WALE JIRMO WALE (abbaa seraa) jedhe.

Abootii serraa, (Qalluu fii Qalitii) fii Abootiin Gadaa ardaa moyale kessaatii wolgaii filaano kenyaa MARSABIT COUNTY iraatii murtii kenaan,

The ultimate authourity of borana from kenya and Ethiopia has finally ruled the selected candidates to contest for marsabit county Election in 2017.


‪#‎OromoProtests‬-(10.06.2016, ‪#‎FreeOromia‬, Oromia) Kunneen barattoota Oromoo bara kanaa Muummee Afaan Oromoo fi Hogbarruu YuunibarsiitiI Jimmaa irraa eebbifamuuf qophaa’aa jiran. Barattoonni kunneen woyta Qorannoo Eebba isaanii dhiheeffatan akkanatti wayyaa Aadaa Oromootiin faayamanii mul’atan.
13428490_10208531902246771_7289725693904034937_n


ከ10,000 በላይ መብታችን ተደፈረ ያሉ የንፋስ ስልክ ላፍቶ ነዋሪዎች ቤተመንግስት ፊት ለፊት ድምጻቸውን ሲያሰሙ ዋሉ። #MinilikSalsawi

በን/ላፍቶ ክ/ከተማ ወረዳ 1 ቀርሳና ኮንቶማ 30 ሽ ህዝብ የምኖርበት ሰፋር ለማፍርስ ያቀዱትን የቀበሌውን እቅድ ለመቃውም 4 ክሎ በምገኘው በተመንግስት ፊት ለፊት የተሰበሰቡት ከ10000 በላይ ሰዎች በላይ በመሰብሰብ ድምጻቸውን ሲያሰሙ ውለዋል።

በኣራት ኪሎ ቤተመንግስት ፊትለፊት ድምጻቸውን ያሰሙ የተገፉ ዝዐጎች የተሰጣቸው መልስ መድረክ እንፋጥራለን ወደ ሰፋራችሁ ህዱ ብሎ ሸኝቶዋል ህዝቡ ግን መበተን አለፋለገም ከ4 ክሎ እስከ ሳርስ በእግሩ እየሄደ ተቃውሞውን እያሰማ ነው።

safe_lagasafe_laga1


Oromo TV: Final farewell to Muhammad Ali Louisville,Kentucky Lammi Oromia Ali

Oromo TV: Final farewell to Muhammad Ali
Louisville,Kentucky
Lammi Oromia Ali


13419281_1369539213072558_2949948373131368299_n

Diinaa hin Sodaanu
Diinaaf gadii jannuu
Qe’ee abba keenyaa
diinaaf hin gurgurruu
Diinaa oromiyarraa
Ni baafana
Oromiyan ni bilisoommti
Gumaa barattoota
Keenya ni baafna


‪#‎Breaking‬: dhukkubni dadabraan garaa kaasaa hamaan ‪#‎cholera‬ ja’amu magaalaa ‪#‎finfinnee‬ keeysatti namoota 7 ajjesee jiraachuufii baayyeenis siree cisanii kan jiran tahuu oduun keeysa beektoota ogeeyyii fayyaa biraa baate ifa goote
waajjirri fayyaa finfinneefii ministeerri eegumsa fayyaa oduun kun akka hin facaanee fíi haala siyaasaa biyyatti hin hammeeysinee if eeggannaa cimaa ogeeyyii kutaa dhukkubni keeysatti arkametti kennanii jiraachuunis beekkamee jira
.
dhukkubni koleraa dhukkuba dadabraafii gara kaasaa hamaa ( severe watery diarrhea ) fii aqqee(vomiting ) hamaan mallattoo isaati yoo kan yeroon hin yaalamne tahe dhangala’aa qaama keeysaà fixuun nama ajjeesuu dandaya kanaaf namoonni mallattoo garaa kaasaaf haqqisaa irratti mullate hatatamaan gara mana yaalaa akka deeman ogeeyyiin fayyaa dabalanii dhaamanii jiran
maddii Oromsiis Elemoo irra


Viewing all articles
Browse latest Browse all 2469