Mootummaan Wayyaanee Lola #Ertiriyaa irratti yoo bane maal fayyadamuu dandeenya maal miidhamna?
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Wayyaaneen Ertiriyaa irratti lola bantun ilmaan Oromoo shakkii ABO deeggaruu malu jettuun uummatatti galuu caalaatti waraana faayidaa hin qabnetti ilmaan Oromoo ficcisiisuun, diinummaa ilmaan Oromootiif qaban ibsuuf! kun humna dargaggoo Oromoo fixuufi uummata Oromoo hiyyummaatti hambisuuf shira taasifamudha
~~~~~~~~~~~~
Inni biraan Waraana kanaan dahatanii Ilaalcha Uummata keenya qabsoo abbaa biyyummaa irraa dubatti deebisuufi. Kanaaf waamicha waraana iratti geggeessamuun Qabeenyaan Naannoo Oromiyaa saamuuf haala isaanii mijeessuun akka miidhamnu nu taasisa!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Faayidaan Ilmaan Oromoo irraa argachuu dandeenyu kan of beekan mootummaa Ertiriyaa tti yoo harka kennatan, qawwees Wayyaanetti deebisuufi carraa bilisummaa keenyaa dhiyeessa.
~~~~~~~~~~~~~~
Biyya keessatti akka humni waraanaaa Ertiriyaatti fuula deebifatuun,Uummati FXG fincila Xumura Garbummaa itti fufuun humna wayyaanee dadhabsiisuuf carraa addaa biraa nuuf saaqa!
~~~~~~~~~~~~~~~~~
Wayyaaneen qalbii Uummata keenyaa saamuuf waraana labsuun lubbuu isaa Finfinnee keessaa akka saamamu ifaadha!
Haa ta’u malee, yeroon itti ilmaan Oromoo humna waraana wayyaanee keessa jiraniif waamicha dabalataa taasifnu amma
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Wayyaaneen ni kufti!
Wayyaneen guyyaa hardhaa muddama irraa kan ka’e warreen deegaraa isaanii ta’an hundaayuu parlaama yaamanii walgahii cimaa irra jiran.
As the country is gripped with political crisis, the Ethiopian Parliament have been called back from the summer vacation for an extraordinary session this coming Tuesday July 26 ( Hamle 19). What could be the cause? Last time such meeting was called is to appoint new prime minister following Meles Zenawi’s death. So whats the purpose now? Is TPLF done with the current PM? Or Are they going to remove immunity of other senior officials to pave the way for prosecution?
#OromoProtests #AmharaProtests Via Naf-tanan Gaadullo
#OromoProtests Adoolessa 19, 2016
Warraaqsi Biyyaalesaaa Guutummaa Oromiyaa Keessatti Hidda Gad Fageeffachuun Damee Godhachuun Daran Jabaatee Itti Fufee Jira.
Godina Wallagga Bahaa Magaalaa Naqamtee Fi Naannoo Ishee Keessattis Fincilli Xumura Garbummaa Bifa Qindoomina Qabuun Jabaatee Itti Fufee Jira.
Fincilli Kun Jabaachuu Isaafis Sababa Kan Ta’e Gidduu Kana Qorumsi SOS Jedhamuun Beekamu Akka Godina Wallagga Bahaatti Magaalaa Naqamtee Keessatti Kennamaa Waan Jiruuf Garuu Qorumsi Kennamaa jiru Kun Kan Duraa Irraa Baayyee Adda Kan ta’e waan ta’eef Barattoonni heedduun Kufaatiif Saaxilamanii jiru. Kanaan Wal Qabatees Fincilli jabaan Dhohuudhaan Mootummaan Wayyaanee Sodaa Guddaa Keessa Galee Akka Jiru Beekamee jira.
Akkasumas
Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu Magaalaa Bonii keessatti qonnaan bultoonni alabaa qabatanii mormii gaggeessaa oolaniiru qeerroo bayyee rakkisaa jirti wayyane. //////////// in the restless town of Asabot in West Hararge July 19, 2016 Via Adem Misoma
#OromoProtests Aanaa Jalduu ganda Jawwee Bonii ,magaalaa
Boniitti yeroo amma kana fincila cimaatu deemajira.Ummanni gandoota akka Qarsaa Mirxii,Qorichaa Dheeraa fi Gabaabaa , naannoo ishee waliif birmaate fincila finiinsa jira. Idoon qaraxa itti guuran gubatee jira. Via Sirkanan Ahmed
#OromoProtests in Boni town, Jaldu district, West Shewa. Farmers rallying behind the resistance flag. July 19, 2016
==========
Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu Magaalaa Bonii keessatti qonnaan bultoonni alabaa qabatanii bifa kanaan mormitti jiran. Via Naf-tanan Gaadullo
ሰው በመግደል ወንጀል ጥርጣሬ በሚል በኮሎኔል ደመቀ ዘውዱ ላይ ሕወሓት ክስ መሰረተች::
#Ethiopia #Amharaprotests #Welkait #Gonderprotests #MinilikSalsawi
በኮሎኔል ደመቀ ዘውዱ ላይ ክስ ተመስርቷል::ዐማሮችን በመወከል 22 ሽማግሌዎች ድርድራቸውን ቀጥለዋል፡፡ እስካሁን አሸናፊ ናቸው፡ኮሎኔል ደመቀን በየቀኑ የሚጠይቀው የዐማራ ሕዝብ ብዛት እስከ 1000 (አንድ ሺህ) ይደርሳል፤ ….የትገሬ ቤቶችንና ዜጎችን ለመጠበቅ ጎንደር ገብተው የነበሩ የመከላከያ ሠራዊትና የፌደራል ፖሊስ አባላት ከከተማው እንዲወጡ ተደርጓል፤ በቅርብ እርቀት ላይ ሰፍረዋል፡፡….ዐማሮችን የሚያወግዙ ሰልፎች በየከተሞቹ እንዲደረጉ ወያኔ ያመጣው ሐሳብ ለሁለት ተከፍሏል፡፡ ….. በአዲስ አበባ ወደ ተቃውሞ ይዞራሉ የሚል ስጋት በመምጣቱ ሰልፉ መቅረት አለበት ወደሚል ተደርሷል፡፡ የዐማራ ብሔር በሆኑ የመከላከያና የፌደራል ፖሊስ አባላት ላይ ከፍተኛ ክትትል መኖሩም ታውቋል፡፡
======== የዐማራ ተጋድሎ የዛሬ (ሀምሌ 12 ቀን 2008 ዓ.ም.) ውሎ ==========
1. በኮሎኔል ደመቀ ዘውዱ ላይ ክስ ተመስርቷል፤ ሐምሌ 22 ቀን 2008 ዓ.ም. ሰሜን ጎንደር ዞን ከፍተኛ ፍርድ ቤት ይቀርባል፡፡ የቀረበው ክስ ‹‹ሰው በመግደል የተጠረጠሩ›› የሚል ሲሆን ከሐምሌ 5 ቀን በፊት ባለ ጉዳይ ይሁን ወይም ሐምሌ 5 ቀን ራሱን ለመከላከል ባደረገው ጥረት የታወቀ ነገር የለም፡፡ ሐምሌ 22 ቀን ከሳሽ ማን እንደሆነም ይለያል ተብሏል፡፡
2. ኮሎኔል ደመቀን በየቀኑ የሚጠይቀው የዐማራ ሕዝብ ብዛት እስከ 1000 (አንድ ሺህ) ይደርሳል፤ በወያኔ አዋጅ አሸባሪን የጠየቀ አይደለም በቅርብ ርቀት አብሮ ሻይ የጠጣ አሸባሪ ነው፤ ምን እንደሚሉ አይታወቅም፡፡ በነገራችን ላይ ኮሎኔል ደመቀን ከጎጃም፣ ከሸዋም፣ ከወሎም እየመጡ የሚጠይቁት (ጀግናውን የሚያዩት) ሰዎች ብዛት አላቸው፡፡
3. ዐማሮችን በመወከል 22 ሽማግሌዎች ድርድራቸውን ቀጥለዋል፡፡ እስካሁን አሸናፊ ናቸው፡፡ ሐምሌ 5 ቀን ራሱን ለማዳን ባደረገው ተኩስ በሞቱት የወያኔ ፖሊሶች ኮሎኔል እንደማይጠየቅ ስምምነት ላይ ተደርሷል፡፡ ኮሎኔል ደመቀ በምንም መልኩ ወደ ፌደራል (የትግራይ መንግሥት) ተላልፎ አይሰጥም፡፡ የታሰሩ የወልቃይት ጠገዴ የዐማራ ማንነት ጥያቄ አቅራቢ ኮሚቴዎች በአስቸኳይ እንዲፈቱ ጥረት ላይ ናቸው፡፡
4. የትገሬ ቤቶችንና ዜጎችን ለመጠበቅ ጎንደር ገብተው የነበሩ የመከላከያ ሠራዊትና የፌደራል ፖሊስ አባላት ከከተማው እንዲወጡ ተደርጓል፤ በቅርብ እርቀት ላይ ሰፍረዋል፡፡ ጸጥታውን የዐማራ ልዩ ኃይልና ሲቪል ፖሊስ ተረክቧል፡፡ የጎንደር ዐማሮች እናንተ ጠብቃችሁ አታድኗቸውም፤ እኛ ጋር ካልተጣሉ ችግር የለብንም የሚል መልስ በተመረጡ ሽማግሌዎች ተላልፏል፡፡
5. ነገ በጎንደር የአጼ ፋሲል ስታዲዮም የፋሲል ከነማና ኢትዮጵያ መድን ጨዋታቸውን ያደርጋሉ፤ የከተማው ሕዝብ እኛ ከተጫዋቾች ሳይሆን ችግራችን ከወያኔ ቅጣ ያጣ አገዛዝ ጋር ነው በማለታቸው ጨዋታው በተያዘለት መርሀ ግብር መሠረት ይሔዳል፡፡ የፋሲል ከነማ ነገ ካሸነፈ የኢትዮጵያን ፕሪሜር ሊግ ይቀላቀላል፡፡
6. ዐማሮችን የሚያወግዙ ሰልፎች በየከተሞቹ እንዲደረጉ ወያኔ ያመጣው ሐሳብ ለሁለት ተከፍሏል፡፡ እንዲያወግዙ ታስበው የተዘጋጁት ሰልፎች በዐማራና በአዲስ አበባ ወደ ተቃውሞ ይዞራሉ የሚል ስጋት በመምጣቱ ሰልፉ መቅረት አለበት ወደሚል ተደርሷል፡፡ እብሪተኛው ሕወሓት ግን ከሰልፈኞች እኩል ብዛት ያለው የመከላከያና የፌደራል ፖሊስ ጋር መውጣት አለባቸው የሚል ግትር አቋም ይዟል፡፡ ወያኔ በዚህ አቋሙ ገፍቶ ከቀጠለ የሚፈጠረውን መገመት አይከብድም፡፡
7. የዐማራ ብሔር በሆኑ የመከላከያና የፌደራል ፖሊስ አባላት ላይ ከፍተኛ ክትትል መኖሩም ታውቋል፡፡ የመከላከያና የፌደራል ፖሊስ አባል የሆኑ ዐማሮች በምንም መልኩ ወገኖቻቸው ላይ አይተኩሱም፡፡ ወያኔም ይህን ስለሚያውቅ አቋሙን እያለሰለሰ እንደሆነ ተገምቷል፡፡
ሌሎች መረጃዎች ሲኖሩ በየሰአቱ እናደርሳለን፡፡
የዐማራ ሕዝብ ትግል ያሸንፋል!! Muluken Tesfaw
#OromoProtests has continued in several towns of Jaldu district of West Shewa. Military reinforcement has arrived. Internet service is reportedly down.
========
Shawaa Lixaa aanaa Jalduu keessatti mormiin akkuma itti fufeen jira. Humni waraanaa dabalataa seenee jira.
#OromoProtests ODUU AMAA,
yeroo amaa Jaldufi shukuten Gindebarat kutaatee kaa’uu beekisisaaniruu garuu Wayaanene chinqii kessa akaa galtee beekamaadha waranish Jaldutiifi Ginciiti guramaa akka jirtuu nubeekisissanii jiruu. Egaa Ergaa Oromo hundaafi errgaanii jiruu akaa Saba Ambotif dabaatan.
We have been heard Jaldu Gindebarat shukutee people committed to fight on while even Wayanne deploy their evils Agazi to Jaldu and Gincii.
This time TPLF are in difficult positions by Jaldu and shukutee Gindbarate strongly resisting by public not just student uprising aganist Tigre Government, Jaldu people calling for all Oromo nations to join them.
Jaldu Biyaa gota calling for all Oromiyaa from the North to south and from the East to west to join this final one . Its the time to end Tigre Empire from all over Oromiyaa.
I have heard also Jaldu the place where Mulata Fayiso born very small villages all farmers are well equpid all killbe area which is connected to mettaa robbii strongly but they need more time to dismantle the agazi’s. Jaldu are committed to fight on until all Oromiyaa is free.
Victories for all Oromo nations !! Via Biqilaa Biyyaa
Balaa Abiddaa Magaalaa Mattuu Naannoo Noc (Nookii) biratti mana nama dhuunfaa irratti qaqqabee dha. Waraabessa arbii darbe sareen jimaata dutti akkuma jedhamu, Manaa gubatee dhume manni qopheessaa Magaalaa Mattuu abidda dhaamsuuf qorqorroo ishee qabattee dhaqxe.
Shawaa Lixaatti FXG Itti Fufe
Odeessa Qeerroo shawaa lixaa magaala Amboo fi Jalduu irraa
Adoolessa 19,2016) Godina Shawaa lixaa Jalduutti uummanni yaa’ee karaa kuteera; kunis waraana wayyaanee karaa darbu dhorkee ofirra deebisee jira. Magaala Shukutee
fi Ada’aa Bargaatti daandiin bakka hedduutti uummataan cufameera.
Tarkaanfiin qaama mootummaa fi qabeenya diinaa irrattis ummataan fudhatamee jira. Halkan kaleessaas sagaleen dhukaasaa Jalduu irraa dhaga’amaa ture. Qeeyroon dabalee waraqaa bittimsuu itti fufeera.
Shawaa lixaatti FXGn ummataa fi Qeeyroon humna diinaa meeshaa hidhatee jiruu fi baayinni isaa uummata caaluuf deemu dura dhaabbachuudhaan mirga isaa kabachiifataa jira; dhaadannoon uummatas waraana wayyaanee sodaachiseera.
Daandiin konkolaataa Finfinnee gara Wallaggaa geeysuu naannoo Amboo bahee cufamee akka ture ibsameera. Baakkottis Qeerroon waraqaa warraaqsaa “Oromiyaa FXGn Bilisa Baasna” jedhu bittimfamuus maddii oduu garasii nu gahe addeesseera.
Injifannoon Ummata Oromoof! Via Boontuu Lammii Gammachuu
#OromoProtests underway in Asabot town, West Hararge. Soldiers have been firing on protesters. Several people have been arrested.
==========
Harargee Lixaa Magaalaa Asaboot keessatti mormiin har’as itti fufee jira. Loltoonni mootummaa ummatarratti dhokaasaa jiran. Namni hedduunis hidhame jira. Via JawaarMohammad
Magaalaa Buraayyuu bakka Kattaa jedhamurraa maqaa eyyama daldalaa jedhuun manneen daldalaa hedduun cufamaa jiru!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Mootummaan alagaa wayyaanee karaa ergamtoota isaa mana hawaasaa cufuun mana saamsaa kan jiran alagummaa hawaasa biyyarrattii irraa qaban agarsiisa!
~~~~~~~~~~~~~~
Kanaafuu jiraattoti mana keessan akka hin cufsiisne,akka hin saamsifne falmaa barbaachisu akka taasiftan! Via Deebisaa Gadaa Maccaa
Hoogganoota Keenya irratti dhiibbaa uumuu qabna!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Yeroo ammaa kana uummati aarsaa barbaachisu baasaa kan jiru ta’uu addunyaan teenya kan nuu raaguu dandeechedha!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Haa ta’u malee, Bakka yaadne ga’uufi qabsoo lammii Uummata Oromoo bakkaan ga’uuf dhiibbaa barbaachisu Hoogganoota fi dhaabbilee siyyaasa Oromoo jiran mara irratti Uummati keenya dhiibbaa uumuu qabna. Dhiibbaan uumuu dandeenyus, qabsoo isaa bakkaan ga’uuf akka tolutti loogii, gandummaa fi ilaalcha amantii malee akka walitti dhufaniifi, hawwii saba keennaa akka dhugoomsinuuf shaabotuma Oromoon qaba jennu irratti dhiibbaa uumuu qabna!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Dhiibbaan kun akkamitti deemuu danda’a kan jedhuuf:-
- Hawaasi biyya alaa jirtan, Kutaalee Ameerikaa,Awurooppaa,Eeshiyaa fi Afirkaa giddu galatti yeroo gabaabaa keessatti qaama Dhaaba kamuu hin leellifne,kan bilisummaa saba keenyaa tti amanu nama sadii hanga Shanii haa filatnu
- Ilmaan Oromoo Biyya keessa jirru hanga dandeenye tti karaa wayyaaneen hin qeeqneen wal haa gurmeessinu. Gurmuu kana keessaas Godina tokko irraa nama sadii hanga Shanii haa filannu.(haa qabaatnu)
- Gurmuun alatti ijaaramu qaama sagantaa mataa ofii haa tumatu(keessumaa Dhaaba kamiinuu yoo leellisuu baate dhaabonni yoo isaan barbaachise muuxannoo yaa hiraniif)
- Gurmuun/Gumiin ijaaramu miidiyaa dhaaf website tokko yeroof haaqabaatu (yoo OMN itti gammade isattis dhimma bawuun gaariidha.
- Ijaarsi alatti ijaaramu kun sagantaa mataa ofii beeksisuun “Deeggarsa meeshaa Hidhannoo”tiif waltajjii haa qopheessan!
Horii argamuun meeshaa waraanaa biyya tti galchuuf qaamonni dhimmi ilaaltu uf dipiloomaasii biyyoota ollaa tti seenuun meeshaa waraanaa biyya galchuuf hojjechuudha. - Meeshaa biyya tti seenu caasaan keessaa godinootaaf qooduudha. (dhimmi addaa fi amansiisaan jiraannaan godinoota murtaayoof dabaluun ni malti)
- Leenjisaa waraanaa nama tokkoo hanga sadii biyya keessaa qabaachuun gayaadha.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Tarkaanfii laalessaa wayyaaneerratti akkanaan yoo fudhanne, dhaabota keenyas Itichaa deemuu dandeenya!
Godinoota keenya akka giddu galummaan irratti hojjennuf kunoo ti
Godinoota Oromiyaa
~~~~~~~~~~~~~~
♤ Godina Harargee Bahaa
♤ Godina Harargee Lixaa
♤ Godina Arsii
♤ Godina Arsii Lixaa
♤ Godina Baalee
♤ Godina Walloo
♤ Godina Booranaa
♤ Godina Gujii(Bahaaf Lixatti)
♤ Godina Shawaa Bahaa
♤ Godina Shawaa Kibba Lixaa
♤ Godina Shawaa Kaabaa
♤ Godina Addaa Naannawaa Finfinnee
♤ Godina Finfinnee(?)
♤ Godina Shawaa Lixaa
♤ Godina Jimmaa
♤ Godina Buunnoo Beddellee
♤ Godina Iluu Abbaa Booraa
♤ Godina Wallaggaa Bahaa
♤ Godina Wallaggaa Lixaa
♤ Godina Horroo Guduruu Wallaggaa
♤ Godina Qeellam Wallaggaa
♤ Godina Shanan Sibuu Wallaggaa (?)
♤ Godina Giddaa Wallaggaa (?)
♤ Godina Matakkal Wambaraa (?)
♤ Godina Oromoo Kafaa (?)
Hub
Mallattoon gaaffii kanneen mirgi isaanii sarbame ykn si’achi OPDOn bocuuf jettu agarsiisu!
Deebisaa Gadaa Maccaatiin
Diddaan Ummata Naannoo Amaaraa Itti Fufee Jira,Barruuleen Waamicha Diddaa Sirna Wayyaanees Garee Paartii Siyaasaan Faca’aa Jiraachuun Beekame
Adoolessa 19, 2016 Akkuma beekamu torban kun naannoo Amahaaratti uummanni gaaffii mirgaa kaasee halkani guyya wal irraa odoo hin citin hanga har’aatti itti fufee jiraatuun waan uummanni martuu argaa jiruudha. Paartiin kun maadhewwan naannoo kanatti qabu dammaqsuun quunnamtii bakka interneetiin hin jirrettis qaamaan walitti dhufuun fincila eegalame kana keessumaa magaalaa Dabrataaboritti uummanni kamuu ka’ee fincila naannichaa wal qixxeessuu akka qabu kaka’umsa taasisanii jiru. Kanumaanis uummanni Tigraay naannicha keeysa buufatee jiru olaantummaan Tigree kana booda akka gadi deebihu qabeenyaan isaan naannichaa qaban gubuu fi daandii itti cufuun konkolaattota isaaniibarbaadeessuutti waamichi waliif taasisaa jiru. kanumaanis wal qabsiisuun waaichi “Taallaq Yetigil Xirrii” jedhus waraqaa bittimsanii jiru.
Naannoo Tigraay zoonii dhiyaa aanaa Humaraatti uummanni gara Gondoritti konkolaataan koodii Tigraay qabdu irratti tarkanfiin uummata Amaaran fudhatama jira konkolaataan koodii Tigraay ofirraa qabsu socho’uu hin dandeessu garuu kan naannoo Amaaraa gara feetetti socho’aa jirti kun maaliif taha? jechuun uummanni naannoo Tigraay kaasee jira. Kanumaan kaadiroonni Tigree naannichaa kan naannoo Amaraa irrattis tarkaanfii fudhachuun ni danda’ama jechun uummata force gochaa akka jirus hubatamee jira.
Konkolaataa koodii Amaaraa dhaabsisuu qabna jechaa jiru. Uummanni naannoo Shiree jiraatu yeroo fincilli ka’u uummanni Tigraay maaliif rukutama? Maalifis qabeenyi isaa gubama? Uummanni Tigraay maaliif reebamaa? Mootummaa gaaffii hin deemnu gara tarkaanfiitti seenna jechuun jiraattotni naannichaa wal qindeessani ka’aa jiru. Mootummaan maaliif mirga tokko nuuf kennu didee jechaa jiran jedha odeessi nu gahee jiru.