#FXG Uummatni Keenya ( Oromoon) Biyya Keessa Diina Waliin Hudhee Wal-qabaa jiraachuun isaa nu Oromoo mitii Addunyaati ifa dha. Kunis erga eegalee Baatii Saddetattafaa Keessa jira.
Har’as akkuma guyya calqabee sanatti itti muddee jira . Fknf #Ambo , Jaldu, Ginci, Gindeberat, Asaboot, Yabelloo, Walumaa galatti Wallaga bakkoota adda addaatti qeerroon fincila xumura garbummaa eegale itti fufee jira. Kuni Mirga Boortan dhabe boortaan argachuuf dirqame.
Haata’u malee #Oromoon Daspooraa Maaltu seene akka Bishaan Waciitii irraa diila’llaa’ee jira. Maalif? Haaxiqqaatus haaguddatus hiree biyya oromaa kan inni itti argate maquma Uummata Kanaa fi Maqaa Adda Bilissummaa Oromooti. Adda Bilisummaa Oromoo yeroo jennu kan qabsootti cichee diree fi bosona oromiyaa keessa Dhagaa Boraafatee, Firii Mukaa nyaatee jiru ta’uun wal-nama hin gaafachiisu . Jaallawwan keenya kan waliin irbuu seene sana fedhii adda addaa horachuun hirraanfachuu hin qabnu .
#Foon lafa jira Allaattiin Samii irratti wal- lolti jedha oromoon . Maalis ta’u fardii kan ta’uu qabu diina Uummata Keenya dugda kutee itti roorrisaa jiru irratti wal-taane qeerro cina daabbachuun fardiidha. #Hiriirri Diphilomaasii addaan cituu hin qabu. Uummatni hireesa ba’aa waan jiruuf#Daaspooraanis itti fufuu qaba. Yoo kana ta’uu baate bori wal- taajjabbiitu dhalata.
Injifannoo Uummata Oromoof! Via Tolcha Jabeessa Gurmessa
#Oromoprotests Qeerroon Oromoo tan shawa lixaa Alaabaa Oromoo, Alaaba Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) bifa kanaan dhabani jiru Via Sirkanan Ahmed
Children and their families travel up to ten hours to get to Qacha Chalu Water Point in central Ethiopia. Across Ethiopia, millions of children are struggling to cope with food insecurity, lack of water, disease and threats to their education and safety. After two years of erratic rainfall and drought in some countries, one of the most powerful El Niño weather events for 50 years is wreaking havoc on lives and livelihoods. There is no water where these children live so they have no choice but to undertake a long and difficult journey, several times a week, with their cattle – often waiting for another eight hours in the heat to queue for pump, before making the journey home. The water is hot and salty and children drink from the same trough as their animals. Mothers report that children have diarrhoea and back pains but there is no alternative; this is the only water source for miles. Qacha Chalu Water Point, Dhebtiti Kabele, Fantale Woreda, East Shoa Zone. Via UNICEF Ethiopia
21/7/2016 tuutni qeerroo magaalaa Awwadaay hanga gumaan obboleeyyan keenyaa bilisummaan kafalamutti qabsoo FXG kan itti fufan tahuu murteeyfatan Via Oromo Sinbon
ሰበር መረጃ – በሕወሃት የመከላከያ ሰራዊት ዉስጥ የነበረዉ ጉምጉምታ ወደ ተግባራዊ ተቃውሞና ፍጥጫ ተሸጋገረ
በልኡል አለም
የወታደራዊ ፖለቲካ መምሪያ እና የፕሮፓጋንዳ ክፍሎች ምንጭ እንደሚያመለክተዉ በሰሞኑ ጎንደር ላይ የተገደሉትን የመከላከያ ሰራዊት አባላት ወደ ትዉልድ ቦታቸዉ ተወስደዉ በክብር መቀበራቸዉ ተንተርሶ በሰራዊቱ ዉስጥ ቅራኔ ተፈጥሯል!
ይህዉም፣
1. ከሟቾች ዉስጥ ትግሬ የሆኑ አባላት ስላሉበት ነዉ የቀብሩ ስነ ስረአት በክብር የተከናወነዉ።
2. ዉስጥ ዉስጡን የሚሰራ የብሔር ማናከሱ ደባ በአማራ የተገደሉ ትግሬዎች ናቸዉና ትግሬ የሆንክ ሁሉ ለዘላቂ የመኖርህ ሕልዉናህ ስትል ከህወሃት ጋር እስከ ሞት ድረስ ቁም የሚል የጽንፍ መልእክት ለማስተላለፍ ተፈልጎ ነዉ።
የሚሉ ሲሆን ሰራዊቱ በሶማሌያ፣ በኤርትራ፣ በኦጋዴን፣ በአፋር፣ በጋንቤላ፣ በቤንሻንጉል፣ በኦሮሚያ ክልል እና በተለያዩ የቦርደር አካባቢዎች ሲገደል ወይም ሲሰዋ የመከላከያ አባላቶቱ ከነመፈጠራቸዉም ስማቸዉ ተነስቶ አይታወቅም።
ይህ ለምንና እንዴት እንደሆነ ባለስልጣናት የሆኑ የሕወሃት አመራሮች ሲጠየቁ “ሕወሃት ከጅምሩ ወታደሮችን በሞቱበት ስፍራ የመቅበር ባሕል አላት” ብለዉ ይቀልዳሉ በማለት ማጉረምረሙ ወደ ቅራኔ እየተቀየረ መምጣቱን ምንጮች ጠቁመዋል።
በተያያዘ ዜና በአሁኑ ወቅት በጎንደር የተከሰተዉን የህዝብ የመከላከል እርምጃ ተንተርሶ ሕወሃት ከፍተኛ ስጋት ላይ የወደቀ ሲሆን በተጨማሪ በዚህ ሁለት ቀናት ዉስጥ በጎረቤት ሀገር ቦርደር አካባቢ የህወሃት 24ተኛ ክ/ጦር ድንገተኛ ጥቃት ደርሶበታል።
#OromoProtests in Dinqu Village, Hirn town, West Hararge July 21, 2016
================
Guyyaa har’aa Magaalaa Hirnaa ganda Dinquu keessatti hiriirri erga godhamee boodaa waraanni ganda keessa deemee ummata hiraarsaa jira. via Daraaraa Sabaa
Godina Wallaggaa Waamaa Hagaloo magaalaa Qassoo keessatti fincilli Xumura garbummaa itti fufee jira!
(Qeerroo) — Adoolessa 21,2016 ,Fincilli Xumura Garbummaa Magaalaa Qassoo jedhamtu keessatti itti fufe. Ka’umsi fincilicha poolisooti hawaasa nagaa gabaa tti daldalachuuuf ba’e reebuu fi cunqursuutti erga ka’anii oolee kan bubbule yeroo ta’u , fincila kanarraa kan ka’e qeerroo fi hawaasi magaalaa poolisoota lama Taammiruu fi Gulummaa kan jedhaman irratti tarkaanfii fudhateen, poolisootni kun gara hospitalatti fudhatamaniiru!
Yeroo ammaa kana humni waraanaa magaala Kanatti bobbaafamuun hawaasaa barbaadan saamaa gidirsaa akka jiranis beekameera Fincila Kanaafis Qeerroon bakkicha magaalota olla jiraniif akkasumas gandoota badiyyaatiif waamicha fincila xumuraa garbummaa dhiyeessuu isaanii odeessi qeerroo ibseera.
Godina Arsii lixaa magaalaa Seeroftaa keessatti waraanni Wayyaanee ummata Oromoo mirga ufiif falmachuuf sochii godhu doorsisaa fi reebichaan ukkaamsaa jiraachuu Qeerroon gabaase
(Qeerroo) — Godina Arsii lixaa magaalaa Seeroftaa keessatti waraanni Wayyaanee ummata Oromoo mirga ufiif falmachuuf sochii godhu doorsisaa fi reebichaan ukkaamsaa kan jiruufi guyyaa kaleessaa Adooleessa 20 2016 halkan dargaggoota hedduu hiriiraf ummata yaasuf yaalii godhaa jirtu jechuun mana manarra deemee mana hidhaatti guuraa turuun dhagayame dargaggoota mana hidhaa maagala seeroftaatti guuraman keessaa ammaf kan maqaan isaanii nu gahe.
1, Muhaammad Adam
2, Huseen Awwal
3, Amiin Waariyoo
4 Husiyyaa Dhaqaboo
5, Jeylaan Aloo fi Qamar Muhaammad jedhamu.
Karaa biraatin magaalaa shirkaa keessatti Adoolessa 20 216 galgala polisiin feederaalaa ummata reebaa buluun kan dhagahame yoo ta,uu namoota galgaleeffatanii gara manaa galan reebaa turuu fi ummanni magaalattii yeroo ammaa dheekkamsa keessa jira , Arsii bahaa magaalaa sireetti Adoolessa 19 2016 basaasummarrati bobba,anAmaan Jundii fi Baqqalaaa Urgeessaa namoota jedhaman tarkaafii irratti fudhatameen magaalaa dheeraattii yaalamaa jiraachun himame.
Artist Birraatuu Lammaa du’aan boqotee jira. Artistii Birraatuun bakka dhaloota isaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Raaree ganda Tattafataa Tulluu Maraatti kaleessaa Adooleessa 20, 2016 addunyaa kan irra boqqotaniru. Sirni awwalcha isaanii boru gaafa Adoolessa 22, 2016 Walda Ortoodoxii Mikaa’ela Goobanitti rawwata. Waaqni maatiifi firoota isaaf jajjabina haa laatu jenna.
Aritis Birraatun sirboota beekamuun keessaa kan armaan gadii kana yaadattan jennee abdanna.
Yaa baallee sarariitii
maal yaadaa bulaniitii
namni yartuun nama miiti
Marii TV Oromiyaa waliin godhan kanas laalaa Via Deebisaa Gadaa Maccaa

Biraantuu lammii (bitaatti kan argamu)

sabbontu intala hamelmaal abaate kanaaf “like” isiin madaalu naaf kennaaf gaafa wallen afaan oromotti akka carraatti arggamu turetti sagale fi jeedala nama hawwatuun wallisaa tirte “I LIKE HER” hamelmal namni hin beeyne nixiqaata Via Nasser Adem Abdo