#OromoProtests Dargaggoon sodaa Oromiyaa keessati ajjeeftee awaaalte wayyaaneefi jallee isaani garaa gubuuf akkasitti uffatan. Kun Harargee magaalaa Masalaati
—
Yes I’m Oromo First too Via Daraaraa Sabaa
Dhaamsa qeerroo Shawaa lixaa
Nuti qeerron Oromoo bara baraan dhumuu irra takka dhumnee bilisummaa gonfachuu filannee yeroo ammaa kallattii hundaan qabsoo finiinsaa waan jirruuf guyyoota dhufan irraa eegaltanii ummanni Oromoo guutummaa Oromiyaa keessatti argamnu tokkummaan kaanee akka falmannu cimsinee isinitti dhaammanna.
Oromoon waraanan hin bullu
Oromoon doorsisaan hin bullu
Ajjeechan onnee nun cabsu
Ilmi Oromoo kamuu qabsoo bilisummaa Oromoo guutummaa Oeomiyaa keessatti finiinee wayyaanee hundee ishee buqqisaa jiru fiixan baasuf dirqama ofirratti fudhannee haa sochoonuu.
Manguddoon
Abboonni amantii
isinis eebban nu faana jiraadhaa. Via Oromiyaa Harmeekoo
![]() |
![]() |
UMMANNI LAGA XAAFOO LAGA DAADHII…….
ummanni bulchiinsa laga xaafoo laga daadhii fi sandaafaa kuusaa koosii finfinne isaa irratti gatama jiru mormate of irraa cuufsiise. yaa tahu male cufamuun kuusaa koosii wayyaanee kun amansiisa miti. guyyaa 3 dura kantiibaa finfinne Diribaa kuma fi gantun saba obbo Baker shaallee galma guddaa magaala l/xaafoo l/Daadhitti ummata mariisisa oolanii, garuu ummanni wan isa fayyaduu fi miidhu adda baafatee wan beekuuf amansiisuu hin dandeenyee.ummannis akkas jechuun gaafii gaafatan “nuti dura yeroo ijollee teenya barsiisnuu boru ijolleen teenyaa baratte nuf dhaabbatti jenneti isin garuu akka mutaatti nitti dhaabbattan “jedhanin.waan hundafuu isin nama barate osoo hin taane nama gurguraamedha waan taatanif nun fayyaddan kanaaf bakka dhuftanitti deebiha jedhaniin. akkuma bekkamu dursa iddoon San piroojekti xa’oo oomishuu siniif dhaabna jedhanii ummata irraa kaasaan amma garuu xuraawwa adda adda, koosii, udaan akkasumas du’an ykn reeffii nama illee akka achitti gatama jiru namoonni tokko ni dubbatu!. maaltu beekaree carraa ijoolle oromoo bakka buuteen dhabaamtes tahu dandaha. ammas guyya murasa booda ummata sosoobuf akka deebihan dubbatama jira. maallaqaaniis goyyomsuuf yaala akka jira himama jira. ummanni garuu of eegganno gudda laateefii jira, innis akkasii yoo isiin udaan finfinne nutti as fehuu hin dhiisnee bishaan keenyalle sin irraa kunna jecha jiru. bishaan qulqullu nurra fudhachaa koosii nutti fehuun nu gowwomsuudha. namonni heddun xiraa irraa kan kahe qaama hirratoota tahani jiru, dubaartii ulfaa fi dahimman keenya balaa gudda keessa jiru. loon keenyas dhumata jiru nurra dhabbadha jechun of egganno opdo bitamtuutif kennan. dhuma irratti kan jedhan, oromiyaan waan bayyeedhaan sin dandeenyee kanaanis sin hin dandeenyu jechun xummuran. Via Motumma Fdg
Minilik Salsawi – mereja.com የወያኔ ፓርላማ ሕወሓት የጠላቸውን ሚኒስቴሮቹን ያባርራል … ሕወሓት የቀባቸውን በምትክ ይሾማል ዳኞችን ያባርራል በምትክ ይሾማል ለዚህ ነው የተጠራው፤….ሽፋን ይሆን ዘንድ ግን የሃገር ኢኮኖሚ ዋልታ የሆኑ አዋጆችን የኣጀንዳው ግንባር ኣድርጓል፤….ሕወሓት ሊበላቸው ኣሊያም ከኣጠገቡ ኣርቆ ሊጥላቸው ያሰባቸውን ሰዎች እናያለን።እጅና እግር የሌለው ፓርላማ ኣስቸኳይ ስብሰባ ያስጠሩ ተባራሪ ሚኒስትሮቻቸው………
መረጃዎች እንደሚጠቁሙት የወልቃይት ሕዝብ ጥያቄ የማንነት ጥያቄ ነው ብለህ ተናግረሃል ተብሎ ቁም ስቅሉን በግምገማ ያየው ቴዎድሮስ ኣድሃኖም ደሙን ኣፍልተው ኮሪያዊ ዶክተር ያሰየሙ ሕወሓቶች ኣሁንም ይብስ የዶክተሩን ፊት ቢምቢ የበላው ጭራቅ ኣስመስለውታል። ቆይ ግን ወልቃይት የኣማራ ክልል እንዳይሆን ለምን ተፈለገ ??? የኣማራ ክልል ኣካል ከምትሆኑ ራስ ገዝ እናድርጋቹ ማለት ለምን ኣስፈለገ ???
በፌዴራል ፍርድ ቤቶች በተጓደሉ ዳኞች ምትክ በጠቅላይ ሚኒስትሩ የሚቀርቡ ዕጩ ዳኞች እንደሚሾሙ ምንጮቹ ገልጸዋል፡፡በሌላ በኩል ደግሞ ኃይለ ማርያም ደሳለኝ አስቸኳይ ስብሰባው በተጠራበት ዕለት በምክር ቤቱ ተገኝተው፣ በተወሰኑ ሚኒስትሮች ላይ ያደረጉትን ሹምሽር እንዲፀድቅላቸው ያስደርጋሉ ተብሎ ይጠበቃል፡፡ ይህንን ዓይነቱ አስቸኳይ ስብሰባ ፓርላማው በቅርብ ጊዜ የጠራው መለስ ዜናዊ ሕልፈት ወቅት መሆኑ ይታወሳል፡፡