Quantcast
Channel: Horn of Africa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 2469

#OromoProtests, July 25, 2016

$
0
0


Magala adaabbaati nama toko ama bonbi artiin dhayanii karaa irra funee wajiraa faya gesutii jiraa garu baye midhame jira wani irra gaye sifii bareesa Via Mohammednur Guye


Oromoo waliif birmadhaa
Waraanni agaazii magaalaa Roobee irraa gara Arsii deemaa jira. Ummanni
Baalee
Arsii
Roobee
Shaashamannee
Aajjee
Diinshoo
Kofalee
Boqojjii
Asallaa
Nageellee
Gaasaraa fi ummanni Oromoo hundi bakka jirruu kaanee dura haa dhaabbannuu.
Oromoo walirratti hin laalluu walirratti haa dhumnuu waan qabnuun bahaa.
Daandii hunda cufuun haa birmannuu. Via Oromiyaa Harmeekoo

13627012_1752132115064176_3439315518428381121_n


The town of Dodola is a hub which connects many towns in Bale and Arsi. This blockage is the biggest blow to the regime thus far.
Dodola.10

13615039_10102437505885463_1258620678555496919_n


#‎OromoProtests‬ Human right must keep watching on Oromo nations at East Oromiyaa, Arsi , Borana Gujii , Wellega and some other regions as well, but Ambo is the worst place for example Jaldu Shukutee Galessa Gindebarat. This is the place where the Tigray Agazi evil targeting our people for 25 rears up to date.

The resistance continues ! Via Moses Gada


‪#‎OromoProtests‬ Dhaamsa Hatattamaa Ummata Arsii Lixaa Aanaa Dodolaa Irraa ummata Aanaa Adabbatii ,Asaasa ,Kofalee , kokkoossa, fi Nansaaboo keessaahuu qeerroo Adaabbaatif Dhaamame Yeroo Amma Kanatti Waranni Buufta Waraana Malkaa Wakkanaa Irra Ka’e Karaa Kessaniin Waan Dhufaa Jiruuf Karaa Hundaa Kan Aanaa Dodolatti Dabrsu Nurraa Cufuun Fincilatti Akka Hirmattan isinitti Iyyataa Jiran! Akkasuma Umanni Arsii Lixaa Aanaa Shashamanne, Kofalee Fi Aanaa Gadab Hasaasa Karaa Hundaa Kan Aanaa Dodolaa Fi Wabee Edootti Dabrsu Akka Cuftani Fincilaa Xumuraa Finiinsitan UMANNI AANAA DODOLAA DHAMATE JIRA!

‪#‎oromoprotest‬ Eddoon magaalaa xiqqiiti Godinaa Arsii lixaa Aanaa Dodolaa jalatti argamtuudha. Magaalaa yeroo oromoo protestn eegaluu suuraa Mallas buusuun Alaabaa oromoo olii baastee ifattii muldhiifteedha. Akkasumaa ummataa lafaa qonnaa guddaa seerofta motummaa jibuutitti mootummaan gurguratee deebisuun ummataa jalaa oolchitee yoo ta’uu yeroo sanittii seenaa boonsaa hojjattee biraa dabarteerti ammaas qeeroon magaalaa Eddoo bifaa harawaan karaa irraattii bahanii jiraan ummani magalaa Eddoo Ummata damaqeef ummataa Godina Arsii lixaa k eessaa damaqinaaf murannooni sochuudha tokkummaani isaani baayyee kani nama gammachisuuf mootumma Abba Iree hudhee barootaa H eduuf kani akka ijooti ilaalamuuf ijoolee Qubee qofani ummataa sochuudha mee Maal kana qofa seenaa dheeraa magalaa xiiqqoo Tanaa bayyeedha Ummata kumaa takka hin geenyeeni m ootummaa hirbaa dhowaa jiruu jabadhaa gootani magalaa Eddo

Injifannooni kani Ummata oromooti Via Jaarraa Bilisummaa


Adooleessa 25, 2016 FXG godina Arsii Magaalaa Dodolaa keessatti gaggeefamaa jira. Via Qeerroo Bilisummaa Oromoo 

13769555_1071378772945741_2914443763905283931_n

13776043_1071378769612408_5410520480321993883_n


‪#‎OromoProtests‬ Arsii Lixaatti magaalaa Heeraroo. Via Daraaraa Sabaa

13606855_1660614154261145_696451755389753026_n

13615238_1660614160927811_8074712003936405071_n


‪#‎OromoProtests‬ in Dirre Dhawaa residents fighting back against the regime’s force that came to demolish homes.
===========
“Dirre Dhawaa jarbaa ganda maammad hassan kan ja’amu keessatti mootummaan gabroomfataan jiraattota keeysaa gad yaasuun mana seeraan alatti jaarame ja’anii jiiysaa jiran ummanniis. Ummata mana duraa jiiysaniis fuudhanii hidhutti jiran nama karaarra deemuus tokko hin dabarsan ummanniis daandii cufanii gaara seenanii jiran”

13669115_10102437548689683_3157385728921144429_n


Adoolessa gaafa 24,2016 Godina H/bahaa, Aanaa Fadisitti, mootummaan Wayyaanee hawaasa aanichaa hiraarsaa jira. Sababaan, dubartiin tokko tishartii/T-shirts kana magaalaa Bokkoo keessatti, akkuma gurguruu jalqabdeen hawaasni fii dargaggoonni itti bahuun bitachuu jalqaban.
Kanumaan walqabatee, itti gaafatamaa policy kan ta’e namni maqaan commander Mohammed jedhamu itti dhufuun, T-shirtiin kuni kan ABO tii akka hin binne jedhee dhoorkuuf yaalullee, garuu jiraattonni hin dhiifnu,maallaqa keenyaan bitanna, shamiziinillee ABO kan ta’e yoom irraa jalqabeeti,
jechuun didanii bitatan. Kana booda itti aanaa waajira nageenyaa kan ta’e namni maqaan Anas jedhamu, magaalaa keessa waraana fudhatee deemuun,
hiraarsa fii qabeenya kana hawaasa irraa humnaan guuraa kan jiru, yammuu ta’u, jiraattonniis mufii cimaa keessa galuun, amma haala yaachisaa keessa jiran. Dargaggoonniis maaliif qabeenyaan keenya saamama jechuun gaafataa jiran.  Via 
Qeerroo Bilisummaa Oromoo

13775631_1071368589613426_3805203036076467125_n


 


Viewing all articles
Browse latest Browse all 2469