Quantcast
Channel: Horn of Africa
Browsing all 2469 articles
Browse latest View live

Hiriirri “Haleellaan Raayyaa Ittisaa Nurraa Haa Dhaabbattu!”

VOAAfaan Oromoo | December 25, 2017 Hiriirri “Haleellaan Raayyaan Ittisaa Nu Irraa Haa Dhaabatu!” Jedhu Oromiyaa Keessatti Itti-fufee Jira Mormii Oromiyaa (Faayilii) WAASHINGITAN, DIISII — (...

View Article


Genocide in plain sight: TPLF’s red-terror against the Oromo people!

By Abbaa Ormaa | December 25, 2017 On October 2, 2016, the Tigre-led Ethiopian regime massacred more than seven hundred Oromos and injured hundreds more at Irreechaa, the Oromo national holiday of...

View Article


Har’a maaltu taanaan OPDOn afaan biraa dubbachuu jalqabdee?

Garee Mo’u | Muddee 27, 2017 Kutaa I Jaarmiyaan OPDO umamuma irraa, uummata Oromoo sobuudhaan akeeka ABO gufachiisuuf kufaatii mootummaa Dargii jala Bitootessa 1990tti kan TPLFn tolfamte tahuun ifaa...

View Article

Obbo Lammaa Magarsaa Itiyoophiyummaaf maaltu akkas isaan belbelcha?

Garee Mo’u | Muddee 30, 2017. Kutaa – II Erga Minilik fedhii uummataan osoo hin taanee humna waraanaan Itiyoophiyaa har’a jirtu kana gadi dhaabee jalqabee, mootummooti Itiyoophiyaa angootti dhufan...

View Article

Sabaaf Qabsaawuu fi Maqaaf Qabsaawuun Wal Hin Miilan.

Qixxeessaa Lammii | Muddee 31, 2017 Goototni sabaaf qabsaawan saba isaanitti maqaa horuuf malee ofitti maqaa horuuf hin qabsaawan. Osoo arganii fi dhagahan ibidda diinaatti kan deeman lubbuu ofii...

View Article


ABBAAN HUMNAA DHAANEE BOOHICHA DHOORGA

Qixxeessaa Lammii | Amajjii 04, 2018 Sirna bulchiinsa gita bittuu keessatti uleen bulmaataa irreedha.  Jiruu fi jireenya akkasii keessa nagaya wanti jedhamu hin jiru. Sirna sodaatamaa fi sodaataan...

View Article

FEDERALISM AND THE URGENCY OF CO-EXISTENCE

FEDERALISM AND THE URGENCY OF CO-EXISTENCE By: Yared Terfassa In a recent posting on ZeHabesha website, Prof. Alemayehu G.  Mariam presented what he dubbed as his “provocative and thoughtful argument...

View Article

GOOTNI WAAN DUBBATU BEEKU WAAN HOJJATU HIN WALLAALU!

Qixxeessaa Lammii | Amajjii 05, 2018 Bara 2017 seenaa ajaa’ibaan dabarsinee bara 2018 seenaa haarayaan simachuuf 1 jetnee jirra. Waan taree fi waan jiru wallaanuun waan dhufu beekuu danda’uu nama...

View Article


FAKKAACHUUN TA’UU HIN TA’U!

Qixxeessaa Lammii | Amajjii 07, 2018 Fakkaachuu fi ta’uun tokko ta’uu hin danda’u. Garaa garummaa guddatu jechoota kana lamaan gidduu jira. Wanneen uumaadhaan wal fakkaatanheduudha. Wal fakkkaatuu bira...

View Article

Browsing all 2469 articles
Browse latest View live