Quantcast
Channel: Horn of Africa
Viewing all 2469 articles
Browse latest View live

OBS TV: Utubaa Atleet Mastaawat Tufaa fi Atileet Tigist Tufaa


HRLHA Event in Toronto May 23, 2016 Part One

RSWO – Waxabajji 24, 2016 (Mormiin Oromiyaa keessaa Akkuma Jabinaan Itti Fufetti Jiraachuu)

#OromoProtests, June 25, 2016

$
0
0

‪#‎OromoProtests‬ June 25,2016
Ergamtoonni mootummaa Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti ilmaan Oromoo ajeeysaa turan 4 magaalaa Asaasaa keeysati qabaman .
Ergamtootinni Mootummaa haaluma kanaan dura Ilmaan keenya Magaalaa Shaashamane keeysati ajeeysaa turteen Guyaa hardhas duula Ajeecha cimsanii Magaalaa Asaasaat bobafamani turan lubbuun nama osso hin badin namoon 4 tohanoo jala akka olan maddeen nanoo saniraa nu Gabasaniiru .
Naannoo Masgida Hikmaa/sangaa taraa jedhamutti ganama keessaa saa’aa lamatti Hawaasan qabamanii baay’ee tumamaniiru jechuun maddeen keenya nuf gabaasani qaamota kana hawaasini waajira Poolisaf dhiheeysera .
Erga san hawaasni Magaalaa Asaasaa hiriira bahuudhaan sagalee isaanii dhageessisaa olaniiru .
Hawaasini hiriraa saa’aa sadi irraa haga saa’aa shaniitti dhiiraaf dubartiidhaan hiriira cimmaa mormii guddaa ifi keeysati qabate gegeysaniiru .‪#‎RDH‬ iraa

ergamtoota


#‎OromoProtests‬ Oduu Injifannoo! Seeneetii Ameerikaatti Koreen Dhimma Alaa Wixinee Labsii 432, kan dhimma reebamiinsa mirga noomaa Itoophiyaa keessaa ilaallatu, sagalee guutuun mirkaneessuun gara Seeneetitii guutitti dabarsee jira. Marsaa itti aanutti Seenaatiin miseensa 100 qabu guutuun sagalee itti kennee yoo raggaasise seeera biyyattii tanaa ta’ee hariiroo Ameerikaafi Itoophiyaa ittiin too’atama. Murtiin har’aa kun qabsoo Oromootiin injifannoo guddaa biraati. Keessattuu Wayyaaneen mnurtiiin kun akka hin dabarreef doolaara miliyoonotaan gadi naqaa qondaalota hedduu as ergitee yaalii gootee moo’amuun ishii kasaaraa guddaa irra geessa.

Qabsoon roga hundaa itti fufa, injifannoon ni dhufa!!


‪#‎OromoProtests‬
Free Bekele Garbaa
FREE ALL POLITICAL PRISONERS IN ETHIOPIA.
=================================
Amnesty International Asks Ethiopia to Investigate Suspicious Murders and Human Rights Violations

The suspicious murder of opposition leaders and wide-spread human rights violations against opposition party members over the past few weeks raises questions about Ethiopia’s elections, said Amnesty International as the parliamentary poll results were announced yesterday.
The organization has also expressed concerns about the failure of the Africa Union Elections Observer Mission (AUEOM) and the National Elections Board of Ethiopia (NEBE) to properly monitor and report on allegations of widespread abuses before, during and after the election.
“Amnesty International has received a number of reports concerning the deaths of political opposition figures in suspicious circumstances, as well as of a pattern of human rights violations against political opposition parties throughout the election period. These reports must be investigated and perpetrators brought to justice,” said Michelle Kagari, Amnesty International’s deputy regional director for Eastern, Horn of Africa and the Great Lakes.

“It is unacceptable that these violations barely warranted a mention in reports released by official observers, including the Africa Union Elections Observer Mission and the National Elections Board of Ethiopia.”
In the run-up to the elections, more than 500 members of the Ethiopian Federal Democratic Unity Forum (EFDUF)/ Medrek – a coalition of opposition parties, including the Oromo Federalist Congress (OFC) were arrested at polling stations in Oromia region. Forty-six people were beaten and injured by security officers while six people sustained gunshot injuries and two were shot and killed. Gidila Chemeda of the Oromo Federalist Congress (OFC/Medrek) was shot and killed by police in Western Shewa zone, Dima Kege Woreda, Gelam Gunge Kebele of the Oromia region.
On June 15, 2015, the body of 27-year-old Samuel Aweke, a candidate with the Samayawi (Blue) party was found in one of the main streets of Dembre-Markos at around 7 p.m. Blue party officials believe his murder was politically motivated. A few days before his murder, Aweke published an article in his political party’s newspaper Negere Ethiopia criticizing the behavior of local authorities, the police and other security officials. His political party claims he received threats from security officers after the article was published. Witnesses at the scene where his body was found said his body had visible stab wounds and appeared to have been beaten with a blunt object.
A member of the Arena/Medrek political opposition party reported that its leader for Western Tigrai zone, Tadesse Abraha, 48, was accosted while on his way home on June 16, 2015 by three unknown people who attempted to strangle him. Abraha managed to escape, but collapsed and died shortly after reaching his home. According to his political party, Abraha had reported being threatened by local security officials shortly before his death.
On June 19, 2015, another member of Medrek was found dead 24 hours after he was arrested at his home by two police officers. Berhanu Erabu’s battered body was found near a river in Hadiya Zone, Soro Woreda (district) of Southern Ethiopia.
Amnesty International has documented these killings and is now calling on the Ethiopian Ministry of Justice, Federal Police Commission and the Ethiopian Human Rights Commission to investigate these apparent targeted killings of opposition political party leaders and ensure those responsible are brought to justice
Background:

Amnesty International sent a letter with preliminary recommendations to the AUEOM on May 21, 2015.
Amnesty International expressed its concerns about the state of human rights in Ethiopia and the impact the human rights context was having on the ability of Ethiopians to participate in the electoral process. The organization urged the AUEOM to monitor and report on human rights violations throughout the election period in its assessment of the conduct of the elections.
The ruling political party, the Ethiopian People’s Revolutionary Democratic Front (EPRDF) has been declared the winner of the elections.


TPLF’s delegates being escorted by police in Rotterdam, Netherlands after their planned event was forcefully cancelled by protesters.

በኔዘርላንድ ሕወሓት ተዋረደ!
ዛሬ ጁን 25 በኔዘርላንድ ሮተርዳም ሕወሓት ሊያደርገው አቅዶት የነበረው ስብሰባ በኢትዮጵያውያን ተቃውሞ ተደናቅፏል! የሕወሓት ሹማምንት በተደረገባቸው ተቃውሞ ሲደነባበሩ ተስተውለዋል! የኔዘርላንድ ፖሊስ ሹማምንቱን ከስብሰባው አዳራሽ አስወጥቶ አባሯቸዋል!
አውሮጳ፤ አውስትራሊያና አሜሪካ ለሕወሓት ወንጀለኛ ሹማምንት የምድር ሲኦል ሆነዋል ቀጥለዋል!
ብራቦ ኔዘርላንዶች!

13507138_603422729825467_4032795988662145468_n

Viva Oromoo
Ilmaan Oromoo biyya Holland jiraatan tomkummaan wayyaanee irratti hiriira mormii gochuun wayyaanee miila dhufteen salphinaan ofbooda deebisanii jiru.
Ummanni Oromoo yeroo ammaa bilisummaaf dheebotee bakka jiruu walfaana yaa’ee biyya ofiif falmachaa jira.

13466089_1739565446320843_1293266545438113998_n13528771_1739565439654177_5839962561966642952_n


#‎OromoProtests‬ Hubadhaa Damni Doolloon gaafuma Dargiituu buufata xayyaaraa qabdi ture. Garuu Magaalota Wayyaaneen akka diinaatti jibbitu waan ta’eef buufanni sun hojiin ala godhamee ture. Amma gowwaan diinni ergatu tun waan ummata gowwoomsite seetee raasaa yoo roobe xayyaara dhiisii konkolaataanuu keessa hin deemne eebifne jetti.
13466349_623878921121366_6713692627061798295_n


13516301_603017346532672_3397284762643165667_n


Waxabajjii 25_2016
Guyyaa har’aa mootummaan wayyaanee eebba barattootaa irratti sodaa guddaa keessa seenun yuunivarsitii fi magaalaa keessa waraana ishee baay’inaan sochoosaa jirti. Mootummaan tokko kufaatii isaa yoo mirkaneeffatu humna waraanatti amana.
13532813_1739525439658177_5862228534656620966_n13533326_1739525816324806_239894465506482904_n


‪#‎Oromoprotests‬ Godina Arsii lixaa Magaala Asaasaa keessatti, guyyaa har’aa Mormiin cimaan gaggeefama jira
Namoonni 4 kan eenyummaan isaanii hin beekamne Masjiida Al Hikam kan dhiheenya kana eebbifame keessatti Qabaman. eega qabamanii booda yoo sakatta’aman, sibiila qara qabu kan namaan waraanuuf qabatanii deemanii fi wantoota birootis kiisha isaani keessatti baatanii ittiin qabaman.
Namoonni kun afran eega qabamanii booda, heddumina hawaasa muslimaa sodaatanii dhugaa jirtu kan dubbatan tahuu maddi keenya naannoorraa nuuf gabaaseera. Muslimoonni magaalaa Asaasaa odeeffannoo namoota afran qabaman irraa argataniin, namoota 2 kan miliquudhaaf yaalii godhaa turan, buufata konkolaataa magaalaa asaasaa keessatti qabnii jiru. Yeroo ammaa kana shakkamtoonni jahanuu kan hidhaman yoo tahu, Hawaasni Muslimaa dallansuu guddoon har’a ganama irraa eegalee Mormii guddaa dhageeysisee jira. Mormii hawaasaa kana toohannoo jala oolchuufis Poolisiin federaalaa Malkaa wakkannaa irraa kan bobbaafame tahuun beekamee jira.
Namoonni Qabaman kun Mootummaadhaan kan ergaman tahuu, akkasumas gocha suukanneessaa dhiheenya kana magaalaa Shaashamanneetti Raawwatamen wal fakkaatu raawwachuuf karoorfatanii gama magaalattii kan dhufan tahuus hubatamee jira


13528980_1739526782991376_5300742089896011752_n

13528807_1807637972804326_2027163920331901749_n


‪#‎OromoProtests‬ Waxab. 2016

Harargee Lixaatti baratootni mana barumsa Masala kutaa 11fi 12f hiriraan bulchiinsa Aanaa dhaqanii baasi ittin qo’aataan bulchaa Annaa fi kaabbinootaa aanaa gaafatan

SBO June 26, 2016

Asoosama: Anaa fi Ana

$
0
0

Kumsaa Buraayyuu tiin
anafisi
…..“Hindubbatiin!” jedhee erga ajaja naaf dabarsee bubbuleera.‘Dubbii keessaa faayidaan tokko illee waan hinaragamneef afaan kee qabadhuu ta’i’ jedhee guyyuu natti lallaba. Rooba keessa inni na dafqisiisu, aduu saafaa inni na ollachiisu, utuun nyaadhuu inni na huqqisu, inni guyyaa na juurtesse halakan samii gurraachatti ija baasisaa na bulchu ajaja kana ta’uu mirkaneeffachuuf Qaalluu ganda keenya haara-galfii dhorku na barbaachisu. Walii-galtee dhabuu anaa fi qalbii koo jiddutti dhalateef sababni inni guddaan ajaja kana ta’uu isaaf nuti lachuu shakkii hinqabnu.

Erga ajajni ugguraan kun natti kennamee anii fi qalbiin koo gaafii wal oodna, gaafii ammo wal dubbifna, gaafii wal lolla, gaafii ammo walitti haraaramna, gaafii wal deggerraa gaaffii ammo wal danqaa oola. Inni ana, anis isa ta’uu koo yeroo barbaannu qofa waliif fudhanna.

Qaamaan walitti hidhamoo ta’uu keenya warri argan garuu akka waan jiruu fi jireenyaan tokko taanneetti nu hafuusu. Keessa keenya – dhoksaa keenya – icitii keenya hinbeekan. Isaan kun warra utuu hinbeekiin ofumaa halaalatti tilmaamaa oolan sana. Warra osoo hinargiin ragaa bahan, warra shakkiin geggeeffaman – gowwaa gowwoota ta’uu isaanii tasa waan beekan natti hinfakkaatu. Anaan akka nam-tokkeetti na ilaalu – garuu ani nama hedduudha. Isaan ana qofa suuraa kaasanii eenyummeessaa isaanii natti maragaa oolu malee jiruu fi jireenya qalbiin koo na malee labsate tasa quba hinqaban. Isaan beekanis dhiisanis, anii fi qalbiin koo addunyaa adda-addaa keessa jiraachuu erga eegallee barri isaa dheerateera. Nu lachuu yaadaan bakka adda-addaa ollee galla, kallattii adda-addattiin bobbana, waan adda-addaa abju’anna. Mul’ata tokkicha irraa dhaanquu wal danqaran tolfannee ittiin wal haleellaa oolla. Jireenyi keenya wal-dhabbiin waan handhurame fakkaata. Ani dhimma koon jiraadha – qalbiin koos dhimma isaa jiraata. Kan nu jidduutti rakkatte qaama xiqqoo bantii keenya irratti teessoo ijaarratte  sana – isheen dhihee bari’u haara-galfii hinqabdu – maqaa ishee sammuu jedhanii waamu.

Anii fi qalbiin koo waan hedduu irratti wal mormuu malee walii-galtee erga lagannee gadaa xumuruuf deemna. Calleensa keessa wal waraanna – yeroo nuti lola walitti bannu dhuka’uu rasaasa namni hindhaga’u. Qaamni weegamee ciisu yokaan ammoo madaa’ee rakkamu hinmul’atu. Dhiigni konyeen tokko lafa bu’ee dachee hin diimessu. Namoota naannoo keenya jiraataniif qe’een waan nagaa waaraa qabu fakkaata. Nuti garuu fucha argannee maraan wal gofocaa oollee bulla. Nu lachuu da’annoo golgaa hinqabnetti qaama gatannee ulullee waraana walitti caraansifna. Yeroo ani taa’u qalbiin koo ni deema. Yeroo inni ta’uu ammoo ani gofla baasee balali’uun barbaada. Wal-danquun hamilee nuuf kenna. Wal abaruun keessa keenyatti angoo nu badhaasa. Wal qeequun sadarkaa beekumsa keenya calaqqisa.

Ofii wal danqinee warra nu irratti rarra’anii jiraatanis dalagaa dhorkna – harki fuula hindhiqan, lafa hinqotan, dalaa hinjijjiran, rakkaataa hingaragaan –  bu’aa tokko malee gatittiitti rarra’aa oollanii galu. Iji mana cufatanii addunyaa irraa dhokachuu isaanii labsu. Hidhinis kaarruu hawwalu, nyaarri  gudunfamanii dirree lolaatti bobba’uu isaanii mirkaneessu. Harrabni sagalee hadhaa oomishaa oolti…..

……Yoo akka tasa ta’ee dhimma tokko irraatti wal-taane ammoo; samii fi dachee walitti dhiheessina – gammachuun lafti nutti dhiphata. Wal hammanna, wal shooshilla, wal faarsina, waliif baamsina.  Murtee waloo dabarsuu keenya mallatteessuuf harka lameen nutti rarra’anii jiraatan sana walitti rukkuchiifne, wacinee waccisiifnee gammachuu keneya labsina. Afaan kofalchiifna, ija burraqsifna….. Abdii uumnee abdii horra! Abdiin rafnee abdiin kaana! Abdiin qonnee abdiin nyaanna. Ni dhiichifna, ni ragadna – mararreedhaan wal kafanna.

Ta’us …. ta’us, nagaan keenya hanga lola keenya hinwaaru. Dafnee dafnee wal lolla. Waan xiqqootu anaa fi qalbii koo walitti naquu danda’a. Kan naaf bareedaa isaa fokkisa, kan naaf tabbaa isaaf dirreedha. Kan isaaf gootaa anaaf luyna, kan naaf beeka isaaf walaalaadha. Eyyee, waan hundumaa caalaa wal-dhabdeen  keenya olaantumma yaadaa nu lachuu ulfoofne irraa madda. Inni na moggeessuuf hirriba dhaba, anis isa ugguruuf abballaa oollee bula.

Dubbachuun mirga koo ta’u isaa qalbiin koo ni haala. Isa malee kanan ani godhu hundi waan gatii hinbaafne fakkeessee na irratti ololaa oola – galgalaa ganama na xiicha. Sodaan mo’amee, afaan qadaddadhee biddena nyachuuf qofa jiraachuu akkan qabu naaf akeeka. Marii isaa malee kanan ani godhuu hundumaa badii madaala hinqabne fakkeesse ittiin na qeeqaa. Sodaa keessa koo guutuuf  guyyaa hojii irraa halkaan ammoo abjuun  na wareersuu imaammata godhateera. Waan inni dubbii afaan kootii ba’u mara abaaruuf, anis xiiqii facaaseen xiiqii haamaa oola. Guyyaan xiiqii, halakaan xiiqii, mariin xiiqiii, yaadni xiiqii, nyaanni xiiqii, kafanni xiiqii, manni xiiqii……xiiqiin mallattoo jireenya keenya ta’eera!

Anii fi Qalbiin koo wal ilaaluu malee ala ilaaluu kan toobbanne utuu Dhakaa Araaraatti nagaa hindhaamiin dura ture. Nu lachuu wal aboomuuf fiigaa oola malee haalota nu abboomaa jiran irraatti humni  nu qabnu akkaan murtaawaa ta’uu isaa qalbeeffachuu hinfeenu. Biiftuu dhoksuu, bona roobsuu, ganna gogsuu hindandeenyu. Kan nu dandeenyu waan tokko qofa – baroota dhufanii darban keessatti wal danquu!

Qalbiin koo olaantummaa of-mogaasee irratti cichee jira. Anis ergan ‘siif hinjilbeefadhu’ jedhee kakadhee bubbuleera. Gaaddisa sodaa jalatti haara galfachuu akkan hinbarbaannee addeesseefin jira.

‘Dubbii afaan koo keessaa bahuuf eyyama si hingaafadhu’ jedhee itti dhaameera. Milli ergaa koo kana isa haa dhaqabsiisuu haadhiisu quba hinqabu.

Garuu ‘Muummicha teessoo keettiitti hinwaaqeffadhu!’ jedhee qalbii kootti dhadachuu koo na yaadadha. Yoo inni na malee kan jiraachuu danda’uu ta’e, anis jireenya koof sababan isa sooruuf hinqabu yaadni jedhu keessa koo guutee dhikkisa. Nu lachuu tokko taanuyyu adda-addummaan keenya xombora caalaa ifaa dhufeera.

“Waliin jiraachuun qofti tokkummaa hinmirkaneessu” jetti sammuun isheen nu jidduutti rakkamaa jirtu.

“Uumamaan walitti hidhamuun qofti  dirqiin qaamaa fi qalbii walitti hintaliigu” dabaltee daddabaltee yeroo alaanaltu waan nu waliin  uumamuu ishee abartu fakkaatti.

“Egaa kunoo isa kana kan firroonni koo naaf hubachuu dadhaban ”  qaanii tokko malee qalbii koo qequufan ragaan qabu hundaa hiriira naqadhe.

“Dhugaa kana osoo sirriitti hinhubatiin ‘maraaticha’ jedhanii quba natti qabu … mashataa naan dhugu” dabaleen lallabe.

“Himata ani qalbii koo irraatti dhiheeffadhu namni ta’ee madaala irra kaa’ee naaf ilaale hinjiru. Duunyaadhumatti gabaa maraatuutti na ramadanii, har’a moo boru kafana gatee qullaa isaa Gabaa Qeelloo keessa fiiga jedhanii na eegaa jiru” … qofaa kiyyaa ta’een harka facaasaa sagalee dheekkamsaan guutameen lallaba. Qalbiin koo garuu  burqaa angoo maratummaatti na ramachiisee kana of-fakkeessitee ol hiixachuu barbaaddi.

Jaarsoliin “isin qaama tokko, isin lafee fi foon tokko, adda-adda jiraachuu waan hin dandeenyeef, waliif goomuu qabdu” jedhanii nu araarsuuf  dhufan sunis gaaddisa haqaa illee osoo sirnaan hinuumuu bittinfaman. Inumaayyuu akka anii fi Qalbiin ko wal irraa godaannuuf sababa ta’anii laata jedheen shakka. Iyyanii nu iyyisiisanii furmaata tokko malee bakka dhaabbannutti nu gatanii deeman. Anii fi qalbiin koo  akka nama himata dhiheeffatuti harka raasaa, kan nu keessa danfu  ittisa tokko malee futtaafachiifnuyyu jaarsi nu dhageeffatee furmaata nuuf akeeke hinjiru. Hundumtu nutti kolfaa gara silaa akeekkatetti sussuke.

Qunnamtiin anaa fi qalbii koo jidduu jiru guyyaa irraa guyyaatti jijjiiramaa oola. Gaafii calleensaan dhuufatama – anis innis jechaan hamaa waliitti hindubannu. Garuu nagaa waliif laannee hiree fi dandeettii qabnuun qaama nu lachuu keessa jiraannu sana hintajaajilu. Kaleessa irratti wal ooduuf waan murteeffanneef boru irraatti mariyachuuf dandeettiin keenya xiqqaadha. Eelaa kaleessaa dhidhiibuu irratti waan bobbaaneef qophiin nuti boruuf qabnu bitintiraadha. Kaleessii har’aa fi boru caalaa keessa keenya dhuunfateera. Kaleessa, kaleessa, kaleessa! ….. kaleessaaf wal abaarra, kaleessaaf wal shakkina, Kaleessaaf wal lolla, kaleessaaf jiraanna!

Nagaan keenya kaleessa irratti hunda’e, haaraarri keenya kaleessa irratti rarra’e,  mariin keenya kaleessa irratti borcame – abdiin keenyas kaleessa irratti hidhamuuf laataa? – na yaadassa!

…“Maraatuun yaada’ees dhiisees maal dabala? “ qalbiin koo ammas dabaltee dubbiin na waraante.

“Yaaddoo maraatuu eenyu beeka –  Yaadaa maraatuu eenyuti hubata?” qalbiin koo ofii kolftee nama natti kofalchiisuuf miixatti.

“Maraatuun qoosaaf umame – kolfanii bira darbu malee waan isa maraache qorachuun gowwumaadha” jette na saaxilti.

“Maal haa baasuuf maraatuu qoratu?” akkan ani of jibbee  guyyaa saafaa galanatti of darbuuf na dhiibdi.

Gaafii ammoo toftaan lola keenya akeekkachisaa tokko malee jijjiirama. Olola ukkamamaa sana bira tarree lola toftaa hinqabne walitti banna. Iyyinee wal iyyisiifna. Keessaan wal goolla, keessaan walitti dheekamna, keessan wal jala dhaabbanna, keessaan wal danqina.

Yoo namootni wal lolan ollaatu dirmata, maanguddooti araarsa. Yoo namni of lole, yoo sabni of lole eenyutu araarsa? Isa of jibbu, isa of inaafu, isa of morkatu, isa of hadheessu attamiin araasita? Eenyuttiin qalbii koo himachuu danda’a, eenyuti dhugaa naaf muura?

Safuu …… nama of lolu ilaaluun akkam nama ajaa’iba! Harki miila abaara, funyaan ija hamata, garaan dugda qeeqa, harrabni gurra hadheessa – qalbiin koo na moggeessa!

Oromo Voice Radio, June 25, 2016

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Waxabajjii 25, 2016


TVOMT:Oduu Gammachiiftuu Naannoo Tronto Gaaffii Deebii Atlet Tarreessaa

#OromoProtests, June 26, 2016

$
0
0

Oduu haarawa Arsii irraa nu geesse
Gootonni ummanni Oromoo fiilmii wayyaanen Shaashamannetti hojjatte akkuma Asaasatti fashaleessan guyyaa har’aa Dodolatti ergamtoota diinaa ajjeechaa raawwachuuf deeman too’annaa jala oolchanii jiru.
Namoonni kunniin mootummaan ergamuu ummataaf ibsanii mootummaan wayyaanee nama tokko yoo ajjeestan 50,000, yoo waraantan 1500 isiniif laanna nuun jedhe jechuun dubbatan. Isaan keessaa takka dubara yoo taatu, namoonni lama Tigree tahuu ifa tahee jira.
Diraaman motummaa wayyaanee kisaaraa irraan gahee jira. Dhugaan ifatti bahaa jirti. Oromoon bakka jirruu dammaqnee ergamtoota diinaa saaxiluu qabna.


Nu xuxxuqanii madaa nutti kaasan.
————————————
Dubbiin buufata xiyara Dambi Dolloo madaa hedduu nuti kakaasaa jirti.
Ergaa Mootummaa kun(Mootummaan Wayyannee) angoo qabattee bufataalee xiyyaraa oromiyaa keessa jiran torba/7 kan ta’antu cufaman. Isaaniis
1. Dodolaa (Arsii lixaa)
2. Robee (Balee)
3. Nagellee (Boranaa)
4. Najjoo (Wallaga Lixaa)
5. Mandii (Wallaga Lixaa)
6. Naqamtee (Wallaga Bahaa)
7. Dambi Dolloo(Qellam Wallaga-)kan kaleessa baname
Girma Gutema

13521847_603928966441510_4281828205989429811_n



LET’S UPHOLD OUR LEGENDARY, ARTIST ZARIHUN WADAJO !!!

$
0
0

Dear All,

Art, language, history, and culture are what make one nation unique. Oromia produced many hero Artists who contributed so much not only for the development of Oromo arts, language, history, and culture but also for the struggle of Oromo people for liberation from over century colonizers. If someone asks the names, artist Zarihun Wadajo or Diddaa in Afaan Oromo roughly translated meaning in English as Resistant, Strong or Tough is one of the finest Oromo Artists still alive and working hard day and night to promote Oromo People’s right and see liberated Oromia.

Zarihun Wadajo came to the U.S.A few months ago. It was a dream came true for many Oromo in Diaspora when they heard about his arrival in USA. He performed amazing events in different states since his arrival and has a plan to reach out to thousands of Oromo in diaspora who missed him for long time.

Most of you are aware of the life situation he passed through, but you can refresh your memories from social medias.

Currently, Zarihun Wadajo’s health and life condition is deteriorating. The situation becomes worse if immediate action will not be taken. He needs Urgent Medical Attention and he needs support from Oromo people for whom he sacrificed his entire life for their freedom. As many know, he has been imprisoned, tortured and even feared to death several times under the previous two regimes. Especially, he suffered a lot under the current TPLF government for his resistance and commitment to Oromo people in his country.

Watch some of his famous music:

1. Legendary Artist Zarihun 1
2. Legendary Artist Zerihun 2
3. Legendary Artist Zerihun 3
4. Legendary Artist Zarihuun Wadajoo 4

This hero Oromo son appeals to All Oromo for their support to cover his medical costs as you can hear from his own WORDS :

Support Legendary Artist Zarihun Wadajoo.

Zarihun Wadajo Worked hard his entire life to Uphold Oromo People through his music and setting himself as an example in multi directions. Especially his contributions for Oromo struggle for freedom is unforgettable.

Once upon a time, the late Primer of Ethiopia, Males Zenawi witnessed Zarihun Wadajo as a capable and better individual than Oromo Generals in Woyane camp. Many of his witnesses from the current rulers are coming soon.

Now, this legendary in turn needs Uphold from us during this critical situation and it is time to support him.

The Washington DC Metropolitan Area Support for Legendary Artist Zarihun Wadajo
Organizing Committee has created an online GoFundMe account under his name to generate funds from Oromo People living in different part of the world so that they can donate by visiting: GOFUNDME link:

https://www.gofundme.com/2ahedczg

Or

You can directly deposit into his personal bank account (Zerihun W. Gobena) at:

Account Number: 4460 3672 3067 (Saving)
ACH Routing Number: 052001633 (Bank of America Bank)

The committee is also organizing a fundraising event on Saturday, July 16, 2016 at Washington Ethical Society, located at:

7750 16th St. NW
Washington, DC 20012

Time: 4:30-12:00 AM.

Therefore, you are invited to support our legendary, Zarihun Wadajo, in any way you can by donating either online or by visiting the local fundraising event.

We hope that he will fully recover from his current illness and be back to his stage soon to fulfill his dreams.

Thank you in advance for your support for our legendary.

Best regards,

The Organizing Committee.

 

OMN: Mormii Walga’ii Mootummaa Itoophiyaa irratti biyya Netherlands Magaalaa Roterdamitti Taasifame

Garbummaan Dheerate Bilisumaan Ijaa taate maalifi?

$
0
0

Bonsaa Caalchisaa

7450513_1449512740.1396_r

Yeroo dheeradhaaf uummaannii qabsoo mootummaata Itiyoophiyaa dhufa darbaan waliin qabsoo gaggeessuun isaa wal nama hin gaafachisu. Haa tahuu malee erga bara 1963 Waldaan Macaaf Tulamaa hundeeffame as bifa qinda’aafi walitti fufaan mirgaa ofif falmachuu, abbaa biyyumma gonfachuu, aadaafi Afaan ofi kabachiffachuu irratti hojiin bonsaan hojjetamuun isa guyya gara gara guyyaati cima dhufe. Kaayyoon isaas eenyummaa Oromoo gabbisuu fi mirga Oromoof qabsaawuuf ture. Yeroo sana keessaatti namoonni dandeetifi bilchinaa sammuu qabaan barnoota osoo hin ta’iin kennaa raabbii isaanif kenneen haala mijataa akkasi keessatti jalqabuufi kallatti agarsisuun isaani Uumaata Oromoof seena bu’uraa ta’ame yaadatama jira. Dinni ilmaan oromoos, yeroo gara yerootti teessoo wal jijjiruun toofta jijjirachuun ilmaan Oromoo ajjeessuufi hidhuudha irra dubbatti kan hin jenneefi namoonnii garaaf jedhaani sabboontota ilmaan Oromoo dabarsaani kennaan guyyaan dhalacha jiru. Dabalataanis dhaabni ilmaan Ororomoo bilisoomsuuf mirgaa abbaa bviyyummaan gonfachisuuf Addii Bilisumaa Oromoo dhabbaateture. Addii bilisummaa Oromoos kaayyoon isaa Oromoofi Oromiyaa abbaa biyyumma mirkanneessuuf mirga sarbamee deefachuufi ofiin of bulchuu ture. Gama Waldaa macaafi Tulamaan kaayyoo isaa osoo hin milka’iin harkaa mootummaa hangoo qabuun bara 2011 yoo cufamu ,Addii Bilisummaa Oromoo injiffannoo argatatee gargaraamee hangoo gonfachuu hin dandeenye.haa ta’u malee qabsoon addii BilisummaaUummataa Oromoof godheekan dagatamuumiti. Keessummaa dhimma Afaan ofi barachuu danda’uufi Dangaa oromiyaa adda baase lafa ka’uu,dinnaafi firaa Oromoo eenyuu akka tahee bira gahuu irratti hojii gaarii hojechaa turun yoomiyyuu kan dagatamu miti.

Dhimma Ijoo dubbii

Adeemsaa hedduu darbamee qabsoon hedduun godhamee, lubbuun baayeen darbee, milka’insadhabuun gara namanyaati. Kun immoo umurii dinna Oromoo dheerressuufi garbumma dheerressuu taate naati mul’aati. Yeroo amma kana Uummaanni keenya bifa wal qixxaa taheen eenyumma isaafi waa’ee isaa beeke jira. Kana fiduufis qabsoon akka tahee eenyumma dura dhokata miti. Haa tahuu malee garbummaan isaa durii caala jabaacha kan bulteefi lubbuun namoota kumatamaa darbaa jirti. Kun immoo qabsoo godhamu gari tahe qabsoon Oromoon garamitti isaa jedheef gaaffii ta’aa?

  1. Dhaabbilleen qoodamuun tokkummaa dhabuun: wal qoodinsa gabisuun qabsoo lafisu irratti yoo argamu dinni lafaachu qabu jabate argamejira
  2. Waliitti dhunfinsa beektoota Oromoo: kuni adeemsa qabsoo godhama jiruu keessatti argamee hin jiru. Gara fulduraatti garuu,ilmaan Oromoo Addunyaa irra jirataan wal tumsuun ogummaa qabaanin deegarsa kennuufi hirmachuun tokkumma cima tahe ummuun gaaridha.
  3. Qorannoon dhimma rakkoo qabsoo irratti godhamuu dhabbuun kufinsa jaarmiyyalee Oromootif sababa gudda tahee argama. Kana jechuun adeemsa ofi ilaalufi dogoggoora ofi irra baruun fopyyeefachuuf yaalun gochuu dadhabu.
  4. Dursa jireenyaofif bakkaloachuun kan Uummata dursu dhabuufi gantummaan dhaabbiilleewwan keessatti wal horuun kaayyoon dhaabbillee lafuufi nquba walitti qabuun sababa gudda tahe argama.

Erga Qaamota armaan Gadittiif:
Yeroo amma kana haallii uummanni keenya itti jiru hubaachuun rakkoo qabnuu furachuun furmata barbaadachuun dirqama keenya tahu hubaachu qabna. Dhimmoota kana yaada keessa hin galfanee yoo tahee dheerri garbummaa jarraa heedduu nurratti lakka’u akka danda’uu hubachuu qabna.

  1. Beektoota ilmaan Oromoo Addunyaa kamkessa jiraataniif
  2. Gaggeessitoo dhaabbiillee Oromoo addunyaarra jirtaanif
  3. Uummata Oromoo biyya keessafi alaa jirtaan hundaaf

Qaamoonni kun ijarsaa cima horachuun qorannoo gadii fageenya akkamitti bilisummaan dhufu akka danda’uufi qabsoon ogummaan deegarame godhamu akka qabu qorannoo gaggeessuun lafa nuuf akka keessan.

Garbumma gababsuuf tumsii keenya murteessadha.  Galatoma !!

 

OGADEN: Ethiopia’s Hidden Shame

$
0
0

By Graham Peebles

The film centres around interviews conducted in Dadaab Refugee camp in Kenya in October 2014. And reveals the state terrorism taking place in the Ogaden region of Ethiopia.

Ethiopia Federal Court Adjourned Bekele Gerba et.al for Verdict

$
0
0

Bekele-Gerba-arriving-at-court-A(Addis Standard) — Judges at the Federal High Court 19th Criminal Bench here in the capital have today adjourned the hearing until August 01, 20016 to give verdict involving the case for high level opposition figures.

The verdict will decide on whether or not defendants have a case to defend. Today’s decision came after judges have gone through prosecutors’ charges indicting defendants with terrorism related charges and the preliminary objection statements presented from the defendants.  

The 22 detainees who are charged under various articles of Ethiopia’s Anti-Terrorism Proclamation (ATP) include Bekele Gerba and Dejene Fita Geleta, first secretary general and secretary general of the opposition Oromo Federalist Congress (OFC). All of them were arrested between November and December 2015, shortly after the start (and in connection with) Oromo protests in November that gripped the nation for the next five months. Defendants include several members of OFC, students and civil servants who came from various parts of the Oromia regional state.

Prosecutors have charged the 22 with various articles of the ATP. The charges include, but not limited to, alleged membership of the banned Oromo Liberation Front (OLF), public incitement, encouraging violence, as well as causing the death of innocent civilians and property destructions in cities such as Ambo and Adama, 120km west and 100km east of Addis Abeba, during the recent Oromo protests in Ethiopia

 

Speaking to the court on behalf of the first four defendants, Dejene Fita Geleta said that he and the three other co-defendants with him, Addis Bulala, Gurmesa Ayano, and Bekele Gerba, have all been kept in a dark room since the last hearing on June 03 and were only allowed irregular family visits which often lasts between three-five minutes. He also told the court that the cell in which all the four were kept at has an open toilet inside it.

Lawyer Amha Mekonnen, who represented the four, on his part told the court that his client Bekele Gerba was denied access to a prescription medication after falling ill inside the facility. He also filed complaints to the court that the prison administration often confiscates lawyers’ notebooks after meeting their clients inside the facility. The court told the prison administration to respond to complaints on July 4.

Unlike their appearances in the last hearing on June 3, during which the prison police brought all detainees barefoot, and wearing only shorts and shirts, all the detainees have today appeared properly dressed.


Oromo Voice Radio, Oromia Insight, June 27, 2016

$
0
0


Oromo Voice Radio (OVR) broadcasts a 30-minute long Short Wave Radio program, three times a week on Mondays, Wednesdays and Saturdays at 7:00 PM local time in Ethiopia in the 16 meter band or at 17850 kHz to the Horn of Africa in Afaan Oromo and 15 minutes program in English on Mondays. OVR is run by Madda Walaabuu Media Foundation, a non-proft foundation registered in Washington, DC and Melbourne, Australia.

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Waxabajjii 27, 2016

African Union troops in Somalia not paid for six months

$
0
0

Amisom troops are not being paid properly despite the high risks involved with serving in Somalia

Amisom troops are not being paid properly despite the high risks involved with serving in Somalia

Battle to rebuild Somalia

(BBC News) — The allowances for African troops fighting al-Qaeda-linked militants in Somalia have not been paid for at least six months, the BBC has learned.

The 22,000-strong African Union force (Amisom) fighting the Islamist militant group al-Shabab is funded by the EU.

An European Union source told the BBC that last six-month payment was being withheld over “accounting issues”.

The head of Amisom told the BBC the correct papers to account for the last tranche had now been submitted.

“These papers are on their way; the money is also on its way,” Francisco Madeira said.

The EU provides $1,028 (£700) for each Amisom soldier each month; their respective governments then deduct around $200 for administrative costs meaning the soldiers are supposed to take home about $800.

This deployment allowance is much more than the meagre salaries the soldiers receive from their governments.

The funds are only released to Amisom by the EU once the accounts from the previous payment are signed off.

The BBC understands there have been delays over the last two tranches – and last year’s June-November payment has only just arrived.

So soldiers are now receiving money owed to them last year but have not received any of it owed to them this year.

Ugandan military chief General Katumba Wamala said he unable to describe the extent of his frustration over the late payments.

Gen Wamala also said that Uganda would pull its soldiers out of Somalia by December 2017, because of frustrations with the Somali army and military advisers from the US, UK and Turkey.

Uganda joined Amisom in 2007 and is the force’s biggest contributor, with more than 6,000 troops.

Burundian military officials also said their troops had not been paid.

Map of Somalia - updated September 2015

Amisom officials fear that the late payments are having a negative impact have on troop morale.

EU ambassador to Somalia Michele Cervone d’Urso said he was “concerned about the delay” in the stipend which he said was “essential for the motivation of soldiers”.

In the past 12 months four Amisom bases manned by Burundian, Ugandan, Kenyan and Ethiopian troops have been attacked by the militants.

According to the Somali president, 180 Kenyan troops being killed in a single incident in January.

Kenya has never confirmed how many soldiers it lost in the attack and African Union does not release full casualty figures.


Attacks on Amisom troops

African Union troops in Somalia in April 2015Image copyrightAFP

2016

  • 9 June: Al-Shabab said they killed 60 Ethiopian soldiers in Halgan – Ethiopia denied any soldiers were killed
  • 21 April: Six Ethiopian troops killed in blast in Bay Region
  • 22 February: 15 Ethiopian troops dead in clashes in Lower Shabeelle
  • 15 January: Scores of Kenyan troops killed in an attack on base in El Adde

2015

  • 1 September: More than 20 killed in suicide attack on base in Janale, including at least 12 Ugandan troops
  • 26 June: At least 50 Burundian troops killed in attack on base near Mogadishu

2011

  • 20 October: 70 Amisom and Somali troops killed in clashes in Mogadishu.

Koreen Mana-maree Murtii Seeraa Yunaayitid Isteets Itiyoophiyaa Keessa Mootummaan Hunda Hammate Akka Jiraatuu fi Mirgi Dhala-namaa Akka Kabajamu Ka Gaafatu Wixinee Seeraa Haaraa Baase

$
0
0

Namoo Daandii

Koreen Mana-maree Murtii Seeraa Yunaayitid Isteets Itiyoophiyaa Keessa Mootummaan Hunda Hammate Akka Jiraatuu fi Mirgi Dhala-namaa Akka Kabajamu Ka Gaafatu Wixinee Seeraa Haaraa Baase

Koreen Mana-maree Murtii Seeraa Yunaayitid Isteets Itiyoophiyaa Keessa Mootummaan Hunda Hammate Akka Jiraatuu fi Mirgi Dhala-namaa Akka Kabajamu Ka Gaafatu Wixinee Seeraa Haaraa Baase

Qopheessummaa Dimookiraaticha bakka-bu’aa Maariilaand Seneeter Bejaamiin L Kaardin-n, mata duree “S. RES. 432 jedhamun, Seerri Eegumsa Mirga Dhala-namaa Itiyoophiyaam, Mana-maree Murtii-seeraa Yunaayitid Isteetsitti, Koree Dhimmoota Alaatiin dhihaachuun himamee jira.

Torban dabre keessa, Waxabajjii 23, bara 2016, Kongresii 114ffaa irratti kadhihaate wixineen seeraa kun, Itiyoophiyaa keessa, Mootummaan garee hundaa hammate akka jiraachuu qabus gaafatee jira.

Seerri kun, koree hariiroo alaatiin kan raggaasisamee fi jijjiiramni tokko otuu itti hin godhamiin akka gabaasamus ajajamee jira. Seerrichi, Waxabaajjii 23 mariif dhihaatee akka dabarsamu ennaa korichaan raggaasisametti kan dubbatan Senatorri kutaa Tenesii, Bob Kirooker warra wixinee seeraa kana qopheessanii fi dhiheessan ennaa galateeffatan, “murtiin ejjennoo duraa nuti ilaallu, kan S. RES. 432 jedhamu, eegumsi miga dhala-namaa akka Itiyoophiyaa keessa jiraatuu ka deggeruuu fi bulchiinsi hunda of-keessaa qabu akka jiraatu ka jajajjabeessu. Senator Kaardin, murtii ejjennoo dhihessuu isaaf guddoon galatoomsadha. Akkasumas – senaatoraatoa ka biroo waliin qopheessan – Senator Markery, Senator Koons, Senotr Manendoz fi Senator Rubiyoo nan galatoomsadha. Ejjennoon kun hojii irra oolfamuun, hariiroo Itiyoophiyaa waliin qabnu akka itti fufnu nu gargaara. Itiyoophiyaan Mootummaa hunda hammatee fi eegumsa mirga dhala-namaa hojiin mul’atu bira ga’aadhuuf baay’ee tu hafa” jedhan, jedhan – Senator Kirooker.

#OromoProtests, June 27, 2016

$
0
0



Barattooti Yuunibarsiitii kaampaasii Gullalee Riftivaalii sagantaa barattoota eebbifamanii irratti ijoollee Oromootiif Qoricha sagantaa irratti nyaata waliin laatameefiin hospitalatti kan guuraman yeroo ta’u, falmaa mormii kanaan dhalateenis loltooti agaazii ilmaan Oromoo afaan Oromoo haasayaan addatti miidhaa qaamaa irraan geessisuun isaaniis hubatameera. Yeroo ammaa kana Mootummaan wayyaanee ilmaan seem Oromiyaa keessatti bobbaasuun Arsii Lixaatti ajjeechaa raaawwataa kan jiran yeroo ta’u Wallaggaa Lixaa Noolee Kaabbaa dabbasootti akkuma barattoota Oromoo Dhaabatta Yuunibarsiitii Riftivaalii Gulllalleettii qoricha laataniif achittis qoricha qaama namaa miidhu nyaata waliin ilmaan Oromoof laachuun Kanneen lubbuun hafan hospitaala Gimbiitti yaalamaa akka turan beekameera. Kanaafis ilmaan Oromoo bakka maratti akka of eeggannoo taasisan dhaamnaaf


Sirkanan Ahmed
‪#‎Oromoprotests‬ Aanaa mi’essootti rakkoon lafa daanddi baaburaa osoo hin kafalamin lafa qonnaa bultoota baayyee irraa kaasuun hiyyummaaf motummaatu nu saaxile jechuun Waxabajjii 20/2016 bul/aanaatti himatan.akkasumaas sababaa beelaatiin namoonni beeyyeen Hojii guyyaatin Daanddi baaburaa irratti bobahan guyyan qarshii soddoma (30) qofa kan kafalamuuf wan taheef kun gaggeefamaa kan jiru naannoo oromiyaa qofa tahun isaa kan namaa mufachise torbaa kana guutuu hojattootni chayinaa walin hojatan hundi hoji dhaabuun dedebi’ani bul/aanaa mi’essoo gaafachaa jiran haatahuu malee hanga ammaatti furmaata malee kan jiran tahuu isaatin ilmaan oromoo malee nannoo ollaatti qarshii dhibbaa fi shantama (150) waan kafalamaa jiruuf yaa ilmaan oromoo bakka adda addaa jirtan nu gargaaraa haqa keenya nuuf baasaa jedhan


Gootichi qabsaayaan murataan Baqqalaa Garbaa qabsoo isaatiin yoo diina mataa cabsu mee laalaa! Baqqalaan mana hidhaa hin jiru. Dirree qabsoo jira. Baqqalaan waan hojjetaa jiru beeka. Baqqalaan ilma sabaati. Gatii ilmi sabaa saba ofiitiif baasu baasaa jira! Baqqalaa hiikaa jedhanii Shiftoota Tigree kadhachuun kabajaa goota kanaa tuquu dha! Kutataa!

13494779_959189884189845_4758630940856490948_n


The news from Addis Ababa (Atkilt Tera)

Today the TPLF cadres have completely destructed the usual trade of fruit and vegetable vendors located in Piazza usually known as Atklit Tera amounting to perhaps more than 10,000 poor street vendors by confiscating their fruits and vegetables to force them to collect from the public Value Added Tax (VAT). They confiscated also any one who bought vegetables and fruits without a ticket of VAT. The inclusion of VAT on basic food items including cabbage (the least Ethiopians live on) has skyrocketed the price of food items in Ethiopia. 1 kg of tomato was about 21 Birr (=1 USD) which has never been observed in Ethiopian history. Parents went to Atklit Tera and came back empty handed not even having potato in their hand for they were surprised by security forces and being confiscated. Life goes each day from miserable to wretched in our city, thanks to our developmental government whose policy are clear to no one but our Prime Minster.


The OPDO/TPLF are responsible for Environmental crimes in Ethiopia!!

1. They undergo no environmental impact assessment for all the so-called development projects. They cleared the area of this stadium but never built and on it, so the soil exposed to erosion. People were evicted from this filed.

2. The Ethiopian government is destroying forests of Oromia by the ame of investment: These include but not limited to the Lagadambi Gold mine (open pit dirty Gold mining system);
3. The Shakisso (open pit dirty Gold mining system);
4. Gujii forests coffee plantation;
5. The Didessa river valley settlements;
6. The Abijdata-Shalla National Park potash mining (mining in the national park);
6. The Yayu Coal mining plant;

are few of the many illegal investments destroying the Environment.


‪#‎OromoProtests‬– More than 100 workers and experts are fired or demotioned from Cooperative Bank of Oromia. The reason is to dismantle the capacity of the CBO.
=====================================
Shirri Wayyaaneen Oromoo gama hundaan dadhabsiisuuf hojjattu itti fufee jira. Gidduu kana Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa keessaa namooti 100 ol ta’an aryatamanii, kaan immoo sadarkaa irraa gadbuufamaa jiru. Kun itti fufiinsa roorroo gama siyaasaan Oromoo irratti raawwatamaa jiruu dha. Oromoon haga aangoo Oromoo debeise eof harkatti hin galfannetti, karaa siyaasaas ta’ee karaa dinagdee jabaa ta’ee ba’uu hin danda’u. Furmaati Oromoon qabu, duula maraalessa jabeessee mirga hiree murteeffannaadhaan abbaa biyyummaa isaa mirkaneeffachuu dha. Qabsoon Itti fuffa!


‪#‎ABO‬ ‪#‎WBO‬ WBOn Godina Bahaa Keessatti Waraana Gabroomfattuu Wayyaanee Rukutee Balaa Irraan Gahe.

(SBO/VOL – Waxabajjii 26,2016) Irree fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn Godina Baha Oromiyaa Lixa Harargee Onoota Odaa Bultumii fi Gammachiis keessatti waraana wayyaanee ummata hiraarsuu fi sakattaa WBOf bobba’e rukutee loltoota diinaa 40 ol hojiin ala taasiseera.

Haaluma kanaan Waxabajjii 21,2016 humni WBO Godina Lixa Harargee Ona Odaa Bultum keessaa bakka Araddaa Gaaleeysa jedhamee beekamutti waraana diinaa ummatatti roorrisuuf bobba’e haxiidhaan rukutee 7 irraa ajjeesee, 11 madeesseera.

Diinni tarkaanfii irratti fudhatametti aaruun marraa lammaffaaf bakka qubsuma isaa Burqaa irraa WBO barbaachaaf bobbaa godhaa akka jirus beekuun danda’ameera.
Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)n sochii isaa itti fufuun Lixa Harargee Ona Gammachiis keessaa bakka Kuyyuubboo jedhamutti humna diinaa kan sochii irra ture rukutuun lolli jabaan geggeeffameera. Lola kana irratti waraana diinaa irraa 9 ajjeefamanii 13 ol ammoo madeeffamaniiru.

Tarkaanfii humna isaa irratti fudhatametti haloo ba’uuf mootummaan wayyaanee naannoo san keessaa ilmaan Oromoo 7 ta’an isintu WBO nu rukuchiisa, isintu odeessa keenya kennaaf jechuun ukkaamsee dhabamsiisee jira.

Walumaagalatti loloota kanneen irratti loltootni wayyaanee 16 yeroo ajjeefaman, 24 ol ammoo madeeffamuu fi mi’ootni adda addaa diina irraa booji’amuu Ajaji WBO Godina Baha Oromiyaa ifa godhee jira.


Coommaa muurtee dhala abbakke gantee, dhala ketti duultee,akka coommaa muurramtee?duttike yoomi?

Coommaa muurtee dhala abbakke gantee, dhala ketti duultee,akka coommaa muurramtee?duttike yoomi?

ይህ ሰዉ በአማርኛ ዳባ ደበሌ ፣ በአፋን ኦሮሞ Dhaabaa Dabalee ወይም አንዳንዴ Dhaabaa Dabballee ይባላል፡፡ በኦሕዴድና ኢሕአዴግ ዉስጥ ጮማ የሆነ ሥልጣን ነበረዉ፡፡ (ሥልጣኑን በመዘርዘር ማን ጊዜ ያጠፋል?)
በኦሮሞ ተቃዉሞ ማግስት የእነአባይ ፀሓዬን የግምገማ ልምጭ ከቀመሱት ቱባ ሹሞች መሐከል አንዱ ነዉ፡፡
ባለፉት ዓመታት ጥሩ ባለዉለታቸዉ ስለሆነ ከሥራ አላባረሩትም፡፡ ለሌላ ሥራ እያጩት ሳለ ባለፈዉ አሥራ አምስት ቀን ከኦሕዴድም ፣ከኦሮሚያ ክልላዊ መንግሥትም ፈቃድ ተሰጥቶት ለሕክምና ወደጀርመን ሀገር ሊሄድ ቦሌ አየር ማረፊያ ደርሶ አዉሮፕላን ዉስጥ ሊገባ ደቂቃዎች ሲቀሩት የጌታቸዉ አሰፋ ሰዎች ቀኝ ኋላ አዙረዉ ወደቤቱ መልሰዉታል፡፡በዚያዉ ‹‹ይጠፋል›› ብለዉ ነዉ አሉ፡፡
ሻንጣዉ ግን ጀርመን ደርሶ ታክሞለት ተመለሰ፡፡ በፊትም እየሄደ ታክሞ ይመለስ ነበር አሉ ሰዉዬዉ፡፡ ሕወሓት ምን ፈለገች? ሰዉዬዉ እንዲሞት ነዉ ወይስ በመንግሥት ወጪ ዶክተር ከጀርመን ሊያስመጡለት ነዉ?
ዶክተር ነጋሶ ጊዳዳ መለስን ልኩን ነግረዉት ድርጅቱን ሲለቁ በነበረዉ ግምገማ ላይ ከፍ ዝቅ አድርጎ ሲያብጠለጥላቸዉ የነበረዉ ይህ ሰዉ ነበር፡፡ ‹‹ያኔ ያወረድንበት የእርግማን መዓት የት ደረሰ? ›› ስንል ቀን ጠብቆ ዘንድሮ ሊያገኘዉ ነዉ መሰል? አሪፍ አሽቃባጭ ነበር፡፡ከጅማ ከተማ ሆቴል አልጋ አንጣፊነት ሥራ ተነስቶ ዛሬ በድፍረት ከሀገሪቱ ሚሊየነሮች ተርታ የሚቆም ልማታዊ ባለእንትን ሆኗል፡፡ በአራዳ የአምቦ ልጅነት ከዘላለም ጀማነህ በልጦ ከእስር አመለጠ፡፡ የዛሬ አሥራ አምስት ቀን ቦሌ እስከሚደርስ ድረስ ግን የቁም እስረኛ መሆኑን አያዉቅም ነበር፡፡
Via ‪#‎BefekaduMoroda‬

Viewing all 2469 articles
Browse latest View live