#OromoProtests marks the first non-stop six months of uprising today. As the stand off btw. TPLF’s Agazi and peaceful protesters continues unabated, let’s demonstrate once again our solidarity with them by doing our routine tweeting campaign from our comfort zone. This is the least we can do help their voices heard. Targets: your respective representatives, human rights organizations, UN bodies ..
Yoo dandeesse nama ta’i
Nama ta’uu dadhabdu farda ta’i
Farda ta’uu dadhabdu harree ta’i
Harree ta’uu dadhabdu booyyee ta’i
Booyyee ta’uu dadhabdu raammoo ta’i
Raammoo ta’uu dadhabdu OPDO ta’i
Kana hundaa yoo ta’uu dadhabde Basaastuu akka Girmaa Xurunaa ta’i

Ginchi – where the historical #OromoProtests kicked off on November 12, 2015
#OROMO_PROTESTS! Bakka FXG jalqaba ji’oottan ja’a dura itti eegale Magaalaa #Giincii keessatti yoo xiqqaate ji’a ji’aan … AGAAZIIWWAN shan…hanga yoonaatti agaaziiwwan 30 ta’an akka #waraanaman meeqan keessantu beeka? Dubbichi akkana, hojii ji’a tokkoo booda #agaaziinmiindaa fudhattee… uccuu jijjiirattee nama biraa fakkaattee manneen dhugaatii seentee wayita bashannantu… #qeerroowwan hordoffii cimaa gochuun yeroo ishiin machooftee of gattu itti seenanii #cuubee garaacha ishitti dhahanii yoo dandeesse buqqifadhu jedhanii biraa kutu! Wayita jarri dubartoota mana bunaa waliin buluuf jedhanis hordofuudhan bakka siree jarri qabattetti ol seenuudhaan SAANJAAN QEERROO kunoo #hammanaga’a jedhanii kokkee keessa fullaasu! Mootummaanis agaaziiwwan haala kanaan waraanaman kana dhoksaadhaan qaanii ofii dhofkachuuf awwalaa fi yaalchisaa jira! YAA GIINCII ! Kanaafuu yaadannoo guyyaa falmiin kun eegale yaadachuuf marti keenya OROMOO PROTESTS jennee fb dabalatee miidiyaalee hawaasaa irratti haa maxxansinu!
Oromoo People Need Justice and We demand Justice
===================================
Global Camping Twitter and Facebook also others Media on#OromoProtests.
Dulaa Sab-Qunaamttii.
Eeyaan ergaa Fincilii Didaa Gabrummaa ykn Xumuraa ergaa egalamee maqaa #OromoProtests jedhuun ji’ootaa 6ffaa lakkofisiiseeraa,ummanii Oromoo Qabsoo amaa duraa godhamee hin beekknee dha kaan yeroo amaa qabsa’aa kaan jiruu Qabsoo kanaa keessaas bu’aawwan Gurggudoo irraas argaaneeraa.
Kanaaf Qabsoo kanaa keessaatii oddefannoo wal jijjiruun,wal biraan gahuun akkassumas Mottummaan Ethiopia gochaa sukkanessaa Umataa Oromoo irraattii gessisaa jiraa Halumaa kanaan wal qabatee har’aa irraa egalee Dulaa media(Sab-Qunaamttii) akkaa aduunyatttii godhu dhaaf murtaa’ee jiraa kanaaf isiin hunduu irraatii hirmachuu waan qabdaaniif May 12,2016 sa’attii 12:PM egaluu dhaan Moottuummaa Wayyanee saxiluu fi dhibbaa mirgaa namoomaa dhibuu isaattii fi duggugaa sanyii dhalaa Oromoo gessisaa akkaa jiruu Mottummoottaa biyyaattii Alaattiif suralee fi bareefamaa addaa addaa Tag godhuu fi halaa siyyaasaa biyyaatii iftoomaan dubaachuun Dulaa twitter fi gamaa Facebookttiin banamee kanaa irraatii hirmaachuun dirqamaa Oromumaa keenyaa bahuu qabnaa!
Kaayyoo qabnaa Ni Moonaa!
Hangaa Dhumaa Ossoo abdii hin kutaatiin Qabsoo kenyaa galmaan Ni Genyaa!
Dhignii Goototaa Barattotaa keenyaa bilashaatii hin hafuu!
Qabsoon ittii fufaa!